|
Gulantaa 1ffaa Ijaarsa SMBKT(Bulding BSC)
|
səhifə | 10/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Gulantaa 1ffaa Ijaarsa SMBKT(Bulding BSC)
-
Sakatta’iinsa haala walii galaa mana hojii
-
Toora xiyyeeffannoo tarsiimoo’aa (startegic focus areas),
-
Kaayyoo tarsiimoo’aa,
-
Maappii tarsiimoo’aa,
-
Safartuulee raawwii tarsiimoo’aa,
-
Tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa,
-
Gulantaa 2ffaa Hojii Irraa Oolmaa SMBKT(Implementation of BSC)
Gama biraan immoo qabiyyeen dookumentichaa sadarkaa adda addaa kan qabu ta’ee sadarkaa saddeettaffaa irratti haalli hojii gadi buusuu (Iskoor-kaardii qopheessuu) bifa lamaan raawwatee jra. Inni tokkoffaa “Functional approach” yookaan akkaataa amala hojiitiin adeemsaalee fi gareewwan mana hojii sadarakaa sadarkaan jiraniif iskoor-kaardii qopheessuu yommuu ta’u, inni biraan immoo akkaataa caasseefama mana hojii sadarkaa Waajjira ol’aanaa, Godinaalee, Magaaloota fi Aanaalee kan qabate (structural approach) kan jedhu ta’a.
Dostları ilə paylaş: |
|
|