Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə102/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   98   99   100   101   102   103   104   105   ...   156
B
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa:
Qulqullina daandii dabale

Milkaa’ina: Daandii tajaajila itti fuufinsa qabu kenne

  1. Uwwisa suphaa daandii dabaluu

Ibsa (Description): Daandiin bu’uraalee misoomaa mootummaan naannichaa xiyyeeffannnaa itti kennee keessaa isaa tokkoo dha. Waan kanaa ta’eef, yeroodhan yoo suphame guddina hawaas- dinaagdee keessatti gumachaa ol’aanaa laachuu dhaan jiruuf jireenyaa hawaasaa keenyaa kan jijjiruu ta’a.

Haaluma kanaan, daandii ATDO fi hirnaannaa uummataan ijaaramee jiru irratti hubannoo gama suphaa daandii uummataa, suphaa tooftaa humna dheerina namaa (length person), kontiraakteroota gurguddoo, xixxiqqoo fi gorsitoota adda addaa (mootummaa fi dhuunfaa) hirmaachisudhaan dabaluu. Akka haala qabatamaa mana hojii keenyaatiin daandiiwwan hedduun isaanii kan manca’aniif yeroo dheeraadhaaf osoo suphaa hin argatiin tajaajilaa kennaa waan jiraniif komii uummataa iddoo adda addaatti kaasaa tureeraa. Kanaafuu, daandiiwwan tajaajilaa kennaa turudhaan manca’aniif hordoffii (supervision) fi lakkaa’umsa daandii (roads inventory) taasisuudhaan uwwisa suphaa salphaa, cimaa fi tasaa baay’inaa fi haala tajaajila itti fufinsa hawaasaaf kennuu danda’u irratti hojechuu dha. Kaayyoo kana dhugoomsuuf ATDO fi Wajjirrii fandii daandiilee baajata waggaa waggaan ramaduun uwwisa suphaa daandii dabaluun xiyyeeffannaan ni hojjatamaa.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   98   99   100   101   102   103   104   105   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin