Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə104/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   100   101   102   103   104   105   106   107   ...   156
B
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa:
Bulchiinsa daandii dabale

Milkaa’ina: Guddina hawaas-dinagdee fooyyesse

  1. Sadarkaa daandii olguddisuun fooyyeessuu

Ibsa (Description): Daandiilee sadarkaa adda addaan (design standard) ijaaraman adeemsa keessa fooyyessaa deemuun gara istaadardii itti guddachuu malaniitti guddisuun dhimma xiyyeeffannoo barbaaduu dha. Haaluma kanaan, daandiilee tajaajila kennaa jiran haala fedhii fi guddina misooma irrtti hundaa’uudhaan sadarkaa bifa tajaajila kana barbaachisu simachuu danda’uutti ol’guddisuun murteessa dha. Waan kana ta’eef, manna hojichaa daandii tajaajila kennaa jiran haala barbaachisummaatiin sadarkaa olkaasuuf qorannoo haala daandii (roads conditions survey) adeemsisuudhaan ijaarsa (upgrading) sadarkaa fooyyessuu taasisuu fi irraa deebisaanii haaromsuudhaan (rehabilitations) qulqullinaa fi tajaajila yeroo dheera akka qabaatuu taasisuu irr atti xiyyeeffatee hojjachuu qaba.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   100   101   102   103   104   105   106   107   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin