Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə106/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   102   103   104   105   106   107   108   109   ...   156
Maappii Tarsiimoo’aa
unis ta’uu kan danda’u sagantaalee misooma daandii irratti uummataa bal’aa, kontiraaktaraa misoomawaa, Gorsitootaa fi qooda fudhattoota sadarkaa hundaa irratti hirmaachisuu danda’u diriirsuu fi hojii irra oolchuudhaan misooma daandii bal’inaan irratti hirmaachisuun akka hojjetamuu ni taasifama. Dabalatanis, qaamota misooma daandii irratti hirmaatan kana jajjabeessuudhaan deggarsa teeknikaa fi hordoffii gochuudhaan dandeettii isaanii cimsuun gahee misooma daandii keessatti qaban mirkaaneesssuu dha.

Bu’uruma kanaan, daandii haarawaa ijaaruu fi kan ijaaramaa jiran xumursiisuudhaan gubbinni daandii haala baldhina lafaa fi baay’ina uummataa amma jiru wal-simsiisuuf gubbina daandii dabaluun naannoo keenya keessatti waliin gahiisa daandii irrtti hojjachuun dhimma murteessaa fi xiyyeeffannoo hojjtamuu ta’a.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   102   103   104   105   106   107   108   109   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin