Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə114/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   110   111   112   113   114   115   116   117   ...   156
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa: Uwwisa hordoffii fi gamaaggamaa dabale

Milkaa’ina: Uwwisa duub-deebii dabale



  1. Kenniinsa tajaajilaa fooyyessuu

Ibsa: Uummatni naannichaa misooma gaggeeffamaa jiru irraa tajaajila gahumsa qabu argachuuf hawwii kan qabu ta’uu isaa irrayyuu mirgas kan qabu waan ta’eef Sektarichi tajaajilootaa fi deggarsa itti fufinsa qabu uummata biraan gahuuf dirqama qaba. Kaayyoo kana dhugoomsuuf tajaajila gama waajjirichaatiin laatamu akkaataa istaandaardii kaa’ameen hojii irra ni oolcha. Hanqinoota isaani hordoofuu fi tajaajilamaa irraa duub-deebii sassaabuudhaan yeroo yerootti tarkaanfii fooyya’insa kenninsa tajaajilaa fudhachuun barbaachiisaa dha. Tajaajilli mana hojichaa irraa eeggamu fedhii maamila kan giddu galeessa godhate taasisuun, argannoowwan meeshaalee rifoormii (jijjiiramaa) yeroo yeroon sakatta’uun teeknooloojii ammayyaatiin hidhachiisuu, miira tajaajiltummaa fi ilaacha uummatummaa horate uumuu dha.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   110   111   112   113   114   115   116   117   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin