|
Bu’aa: Kenniinsa tajaajilaa fooyya’e
Milkaa’ina
|
səhifə | 115/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu səhifədəki naviqasiya:
- Bu’aa
Bu’aa: Kenniinsa tajaajilaa fooyya’e
Milkaa’ina: Itti quufiinsa uummataa dabale
-
Dandeettii raawwachiisummaa oggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu
Ibsa (Description): Galma ga’insa karoora tarsiimoo keessatti dandeettii fi gahumsi hoggantootaa fi raawwattootaa murteessaa waan ta’eef, carraa leenjii fi barnootaatti fayyadamuun gahumsa isaanii ol’guddisuudhaan hojiilee hoggananii fi raawwatan adda baasanii beekuu fi ittiin hojjachuu akka danda’an gochuun barbaachisaa dha. Mana hojichaa keessatii sadarkaa ol’aanaa hanga gaditti beekumsaa fi ogummaa hoggantootaa fi raawwattootaa dabaluudhaan imaammata, tarsiimoo fi kallattiiwwan mootummaan hordofaa jiru irratti hubannoo ilaalchaa, dandeettii, deggarsaa fi hordoffii akkasumas, dhiyyeessa irratti qaban cimsuu, yeroo yeroodhaan duuka bu’anii hanqinaalee gama kanaan jiran furuudhaan dandeettii karoorsuu, raawwachuu fi gamaaggamuun tarkaanfii sirreessaa akka fudhatanii adeemsa hojii isaanii fooyyeffatan taasisuun barbaachisaa dha.
Bu’aa: Gahumsa dandeettii raawwachisummaa fooyya’e
Milkaa’ina: Raawwii hojii fooyya’e
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|