Finfinnee Waxabajjii, 2003


S adarkaa shanaffaa (Step Five)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə118/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   114   115   116   117   118   119   120   121   ...   156

S

adarkaa shanaffaa (Step Five)

    1. Safartuulee Raawwii Tarsiimoo’aa (Strategic Performance Measure)


Safartuuleen raawwii handhuura ykn wirtuu sirna madaallii bu’aa karoora tarsiima’aa (BSC) jedhamuun kan beekamu yoo ta’u; kaayyolee armaan dura sadarkaa sadeffa fi afraffaa irratti kaa’aman sadarkaa milkaa’inaa isaa madaaluuf meeshaa gargaaru dha.

Safatrtuun raawwii (performance measures) akkaataa kallattii madaallii (perspectives) taa’aniitiin bu’aa(Result) safaruuf kan dandeessisu ibsa bu’aa (result indicator) kan ta’e dha. Safatrtuun raawwii (performance measures) gaaffilee bu’uraa lama deebisuuf gargaaru. Isaanis:



  • Hojiiwwan yaadaman sirritti hojjennee? Ykn Akkamitti hojjennee? fi

  • Hojiiwwan hojjetamuu qaban hojjenneerraa? Ykn maal hojjennee? Kan jedhani dha.

Kana Malees, safartuuleen raawwii akkamitti hojjetoonni mana hojii kaayyoo Abbaataytichaaf bu’aa argamsiisuu danda’uu fi dabalataan jijjirama mula’ate irratti odeeffannoo qaama ooggansaaf meeshaa ittiin agarsiifamu dha.

Safartuuleen raawwii manni hojii maal safaruu akka qabuu dhumarratti kan murtaa'u tajaajilamaan/ maamilli kan nafayyada jedhee fudhatu ykn ragaa bahu yoo ta'an, fedhiin tajaajilamaa gara xiyyeeffannoo tarsiimo'aatti jijiramee karoorri tarsiimiichaa dhimmoota safaraman addaan baasee yoo kaa’ee fi raawwattoota sadarkaa adda addaa irratti argamaniif dhimmoota tarsiimoo'aa eessa irraan akka geessisee odeeffannoo barbaachisaa kennuudhaan kakka'umsa isaanii dabalee dhimmoota hojjatamuu qabanii fi hin qabne addaan baasee kaa'uu kan dandeesisuu dha.

Kanumaan walqabatee manii (target) dandeettii mana hojii gara fuula duraatti ijaaramu bu’ura godhachuudhaan kan karoorfamu fi yeroo murtaa’e keessatti milkaa’ina kaayyolee tarsiimoo’aa irraa bu’aa eegamu yoo ta’u; mula’ata keenyaan yeroo bara karooraa keessatti irra ga’uuf kaayyoo yaadame bu’ura godhata.

Haaluma kanaan kallattii madaalli, kaayyolee tarsiimoo’aa, safartuulee fi manii mana hojii akkaataa hidhamiinsa tarsiimoo’aa fi hojii qabatamaa(actionable) haala ta’uun akka armaan gadiitti dhiyeessuuf yaalameera.


    1. G


      Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   114   115   116   117   118   119   120   121   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin