Finfinnee Waxabajjii, 2003


Maalummaa fi Faayidaa Awutoomeeshinii



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə123/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   119   120   121   122   123   124   125   126   ...   156

7.1. Maalummaa fi Faayidaa Awutoomeeshinii


  • Appilikashinii softiweerii salpha ta’eetti (excel application)fayyadamuun raawwii hojii safaruun haala salphaa ta’een murtii keennuuf kan gargaarudha .

  • Haala salphattii raga garaa oddeffannoottii jijjiraa.

  • Hojatan kaamiyyuu maali akkaa hojattuu fi yoomii akkaa hojatuu kan ibsuf walittii dhufeenyaa hojatotaa kan fooyyeessuudha.

  • Gabaasa kurman kurmanan kan irraa argannudha.

  • Awutoomeeshiniin odeeffannoo sassabuuf, xiinxaluuf, gabaasaa dhiyyeessuuf ni fayyada.

  • Sirna qabiinsa odeeffannoo awutoomeeshiniidhaan deeggaruun raawwiin sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo’aa (SBMKT) itti fuufinsaa fi si'aayiinaa akka qabaatu ni taasisa.

  • Sirni sassabbii odeeffannoo, xiinxaluu fi gabaasa dhiyeessuuf salphaa fi ifa akka ta’u gargaara.

  • Akkaataan odeeffannoon itti wal-jijjiramus ifaa fi salphaa ta’a

  • Akkaataa barnootaa fi beekumsa wal jijjiiruu dabaluun dandeettii raawwattoota ni cimsa

  • Rakkoo uumame ykn uumamuuf jedhuu murtee hatattamaa kennuuf gargaara.

  • Waluumaagala murteewwaan raawwii ammaa fi kallattii gara fuula duraa haala madalaameen xiinxaluu fi murte bu’aa qabeessa kennuuf meeshaa tajaajiludha.

  • Sirna madaallii bu’aa koroora tarsiimoo’aa (SBMKT) awutoomeeti gochuuf filaannoowwaan adda addaatuu jira. Akka BMNO ttii kan filatame "Excell appilication" dha. Yaa ta’uu malee "Excell appilication"n kuni hanqinoota tokko tokko qaba. Ta’us hojii kan raawwaachuuf yeroo kana kan filatame Excell yoo taa’u adeemsaa fi haala ragaan (data) ittin galuu akuma asii gadditti ibsamee jira.
    Sirna Ragaa Diriirsuu


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   119   120   121   122   123   124   125   126   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin