|
Sagantaalee barnootaa fi qunnamtii
|
səhifə | 130/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Sagantaalee barnootaa fi qunnamtii
Sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo keessatti sagantaaleen barnootaa fi qunnamtii (education & communication) jechuun hubannoo uumuudhaan qabiyyee jijjirama amalaa fiduu danda’an barreeffaman, wal-gahiidhaan akkasumas tooftaalee sab-qunnamtii adda addaa fayyadamuudhaan dabarsuu ykn tamsaasuu dha. Kaayyoon sagantichaa waa’ee tarsiimoo mana hojichaa fi waa’ee qaamota tarsiimichaa ilaalchisee ragaa fi barumsa sirna qabeesaa ta’e kennuu, duub-deebii (feed back) kana irratti hundaa’uun marii adeemsisu hunda kan of-keessatti qabatu dha.
Dostları ilə paylaş: |
|
|