Finfinnee Waxabajjii, 2003


Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Daandii



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə136/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   132   133   134   135   136   137   138   139   ...   156
Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Daandii

Maappii Tarsiimo’aa

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W3






  1. Amantaa uummataa guddisuu (U-1) 8%

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sakatta’insa komee maamilaa




  1. Itti quufinsa ummata/lammii guddisuu (U-2) 7%

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70







  1. Itti fayyadamummaa ummataa guddisuu (U-3)5%

Itti fayyadama dabale (%n)

30

35

40

45

50

60









Galii uummataa misooma daandiitiin dabale (Qar.)

0

30

40

50

60

70







  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa fooyyessuu (F-1) (6%)

Gahumsa itti fayyadama baajataadabale (%n)

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa






Baajata kaappitaalaa (inveestimet) dabale%

30

35

40

50

60

70







  1. Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu (F-2) (4%)

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya



  1. Qulqullinaa ijaarsa daandii dabaluu (AK-5) 6%

Qulqullina ijaarsa dabale %’n

60

63

66

69

72

75

Sagantaa to’annoo, hordoffii fi gamaaggamaa




  1. Sadarkaa daandii olkaasuun fooyyessuu (AK-7) 7%

Daandii sadarkaan fooyya’e km’n

408

2883

5486

8380

10627

12304

Piroojekti ijaarsa daandii, TCHN fi SWDB




  1. Haguuggii daandii dabaluu (AK-8) 9%

Rukkina daandii bal’inaa lafaatiin (km/1000 km2)

23.3

28.7

53.8

81.6

112.6

145.9

Piroojekti ijaarsa daandii, TCHN, SWDB fi Sagantaa deeggarsa teekniikaa






Rukkina daandii baay’ina uummataatiin km/1000U

0.29

0.34

0.62

0.92

1.23

1.52









Giddu galeessa yeroo daandii bonaa-gannaa bira gahuuf fudhatu(hours)

3.2

3

2.5

2

1.5

1









Pirooporshinii fageenya daandii bonaa-gannaa bira gahuuf km. 5 hin caalle %

65.3

60

50

40

30

25







  1. Dhiheessaa teeknooloojii fi galteewwan misooma daandii guddisuu (AK-9) 6%

Baay’ina tekinooloojiwwan ijaarsa dhihaatan (Lak)

4

5

6

8

10

12

Sagantaa babal’ina teeknooloojiiwwan ijaarsa




  1. Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuun babal’isuu (AK-11) 7%

Muuxannoo ijaarsa qindaa’an lakk

10

15

20

30

40

50

Sagantaa muuxannoo gaggaarii babal’isuu






Muuxannoo ijaarsa babal’atan %’n

0

10

20

30

40

50







  1. Hirmaannaa ummataa fi qindomina qooda fudhattoota guddisuu (Ak-12) 8%

Hirmaanna uumataa dabale (%’n)

30

35

40

50

55

60

Sagantaa hirmaannaa uummata






Rakkoolee qindoominaan hiikaman %

20

70

30

40

60

70







  1. Kenniinsaa tajaajilaa fooyyesuu (AK-16) 2%

Kenna tajaajila fooyya’e (%’n)



51

63

70

78

85

95

Piroojekti sakatta’insa kenna tajaajila,






Komii uummataa xiqqaate%

49

37

30

22

15

5







  1. Beekumsaa fi oggummaa raawwattootaa guddisuu (ID-1) 9%

Raawwii hojii fooyya’e (%n)

54

60

68

74

80

85

muuxannoo gaggaarii babal’isuu




  1. Dhiheessaa fi Itti fayyadama teeknooloojii guddisuu ( ID-2)7%

Uwwisa teknooloojii dabale (%n)

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu (ID-3)9%

Gadi-lakkisa hojii oggeessotaa xiqqaate (%n)

20

15

10

8

6

5


Sagantaa badhaasaa/onnachiftu



Kaaskeedingii SMBKT

      1. Iskoorkaardii Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa Qabeenya Daandii

Ergama ATDO


Qaama hirmaachuu qabu hunda hirmaachisuun misooma daandii baay’inaan babal’isuu, bulchuu fi to'achuun facaatii fi neetworkii daandii gahaa ta’ee fi qulqullina qabu diriirsuudhaan tajaajila wal irra hin cinne naanniicha keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.

Mul’ata ATDO


Bara 2012tti facaatii daandii sadarkaa isaa eeggate bakka hunda walgahee gobbinni daandii biyyoota galii jiddu-galeessaa biraan gahuun uummata naannichaa fayyadamaa taasisuu dha

Duudhaalee ATDO

  • Ittigaafatamummaa

  • Tajaajila gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa

  • Hirmaachisummaa

  • Qophaa’ina jijjiiramaa

  • Iftoominaan hojjachuu

  • Malaanmaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu

Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa

Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)

Bu’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne

Ibsa Hojii(purpose statement): Adeemsa hojii ijoo bulchiinsa qabeenya daandii ergama mul’taa fi tarsiimoo bulchiinsa qabeenya daandii ATDO akka galma ga’uu hojiiwwan ijoo bulchiinsa neet-woorkii daandii, lakkaa’umsa haala daandii, sarveeyii tiraafikaa fi neet-woorkii, suphaa daandiiwwanii(suphaa cimaa fi suphaa salphaa) gaggeessuun tajaajila daandii itti fufinsa qabu mirkaneessuun hojjechuu, to’annoo fi hordoffii suphaa fi bulchiinsa daandii taasisuun haala raawwii gabaasa qulqullina yaada ogummaan deeggarame dhiyyeessuu dha.


Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa Qabeenya Daandii

Maappii Tarsiimo’aa

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W3







  1. Amantaa uummataa guddisuu U-1(8%)

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70







  1. Itti quufinsa ummata/lammii guddisuu U-2 (7%)

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70

Sagantaa sarveeyii maamiltoota bu’aa misooma daandaa fi geejjibaa




  1. Itti fayyadamummaa ummataa guddisuu U-3 (5%)

Itti fayyadama dabale (%n)

30

35

40

45

50

60









Galii uummataa misooma daandiitiin dabale (Qar.)

0

30

40

50

60

70







  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa baajataa fooyyessuu (6%) F-1

Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale

(efficiency) (%n)



70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu (4%)F-2

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya




  1. Qulqullinaa suphaa daandii dabaluu (AK-5)7%

Qulqullina suphaa dabale %’n

45

52

59

66

73

80

Sagantaa to’annoo, hordoffii fi gamaaggamaa




  1. Uwwisa suphaa daandii dabaluu(AK-6) 10%

Dheerina daandii suphamee km’n

3875

3875

6705

16785

26865

36945

Sagantaa suphaa fi bulchiinsa daandii






Piropoorshinii daandii asphaaltii magaalaa haala gaarii irra jiru (asphalt road in good condition) %’n

70

73

76

79

82

85









Piropoorshinii daandii ciraachaa haala gaarii irra jiru (gravel road in good condition) %’n

54

59

65

72

80

84









Piropoorshinii daandii baadiyyaa haala gaarii irra jiru (rural road in good condition) %’n

15

20

25

30

40

45







  1. Bulchiinsa qabeenya daandii fooyyessuu

Bulchiinsa daandii fooyyaa’e %’n

50

55

60

70

78

90

Saganta bulchiinsa qabeenya daandii




  1. Dhiheessaa teeknooloojiii fi galteewwan suphaa daandii guddisuu (AK-9) 8%

Baay’ina tekinooloojiwwan suphaaa dhihaatan (Lak)

4

5

6

8

10

12

Sagantaa dhiheessa teeknooloojiiwwan suphaa




  1. Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuun babal’isuu (AK-11) 9%

Muuxannoo suphaa qindaa’an lakk

10

15

20

30

40

50

Sagantaa muuxannoo gaggaarii babal’isuu






Muuxannoo suphaa daandii babal’atan %’n

0

10

20

30

40

50







  1. Hirmaannaa ummataa fi qindomina qooda fudhattoota guddisuu (AK-12) 8%

Hirmaanna uumataa dabale (%’n)

30

35

40

50

55

60

Sagantaa hirmaannaa uummata




  1. Kenna tajaajilaa foyyessuu (AK-16) 3%

Kenna tajaajilaa fooyya’e %

49

37

30

22

15

5

Piroojekti sakatta’insa kenna tajaajila,






Komii uummataa xiqqaate %

49

37

30

22

15

5







  1. Beekumsaa fi oggummaa raawwattoota guddisuu (9%)(ID-1)

Raawwii hojii fooyya’e (%n)

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Dhiheessaa fi Itti fayyadama teeknooloojii guddisuu (7%) (ID-2)

Uwwisa teknooloojii dabale (%n)

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu (9%) (ID-3)

Gadi-lakkisa hojii oggeessota xiqqaate (%n)

25

15

10

8

6

5

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu



Kaaskeedingii SMBKT


      1. Yüklə 4,87 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   132   133   134   135   136   137   138   139   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin