Finfinnee Waxabajjii, 2003


Adeemsa Hojii Deeggarsa Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə142/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   138   139   140   141   142   143   144   145   ...   156

Adeemsa Hojii Deeggarsa Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii


Kallattii Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila


  1. Amantaa uummataa guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa tajaajilamtootaa guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70







  1. Itti fayyadamummaa tajaajilamtootaa guddisuu

Itti fayyadama dabale (%n)

30

40

55

65

75

85




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi Bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale (efficiency) (%n)

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa

  1. Iftoominaa fi qulqullina bittaa fooyyessuu




Mudaa (defect) bittaa xiqqate %’n

8

7

5

3

2

1

Sagantaa qorannoo gabaa fi bittaa fooyya'e






Komii bittaa irratti xiqqaate %’n

45

43

35

29

18

10







  1. Hojimaata qabinsa herregaa fi kaffaltii fooyyessuu

Dogoggora qabiinsa herregaa hir’ate %’n

34

25

17

11

6

4

Qabiinsa herregaa fooyya'aa (Accounting reform), Sagantaa IBEX




  1. Kenna tajaajilaa bittaa fi bulchiinsa qabeenyaa fooyyesuu

Qulqullina kenninsa tajaajilaa fooyya’e %’n

51

63

70

78

85

95

Sgantaa fooyya’iinsa JBAH fi BSC






Yeroo turti tajaajila xiqqaate %’n

Itaan JBAH

0.1

0.2

0.3

0.4

0.5




Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeettii fi gahumsa raawwattoota guddisuu

Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama IT guddisuu

Itti fayyadama IT guddate %’n

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa hojii fooyyessuu

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

30

50

60

70

80

90

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu


Iskoorkaardii Adeemsa Hojii Deeggarsa Bulchiinsa Qabeenya Namaa

Ergama ATDO


Qaama hirmaachuu qabu hunda hirmaachisuun misooma daandii baay’inaan babal’isuu, bulchuu fi to'achuun facaatii fi neetworkii daandii gahaa ta’ee fi qulqullina qabu diriirsuudhaan tajaajila wal irra hin cinne naanniicha keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.

Mul’ata ATDO


Bara 2012tti facaatii daandii sadarkaa isaa eeggate bakka hunda walgahee gobbinni daandii biyyoota galii jiddu-galeessaa biraan gahuun uummata naannichaa fayyadamaa taasisuu dha

Duudhaalee ATDO

  • Ittigaafatamummaa

  • Tajaajila gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa

  • Hirmaachisummaa

  • Qophaa’ina jijjiiramaa

  • Iftoominaan hojjachuu

  • Malaanmaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu

Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa

Misoomaa Daandii(Road Development)

Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale

Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)

Bu’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne

Ibsa Hojii (purpose statement): Adeemsi hojii deeggarsa bulchiinsa qabeenya namaa caaseeffamaa fi gurmaa’iina ATDO iratti hunda’uun karoora fedhii fi misooma humna namaa qopheessuun hojii irra akka oolu taasiisuu dha. Dabalatanis, Sirna bulchiinsa humna namaa qacarrii fi filannoo gaggeessuu akkasumas, ragaa humna namaa haala ammayyaa ta’een qindeessuun qabachuu, gahumsa humna namaa fi dandeettii raawwachiisummaa akka cimu hojjechuu, naamusa hojii akka qabatuu, madaallii raawwii humna namaa gaggeessuu fi gabaasa raawwii bulchiinsa qabeenya humna namaa dhiyyeessuudha.
      1. Adeemsa Hojii Deeggarsa Bulchiinsa Qabeenya Namaa


        Kallattii Madaallii

        Kaayyoolee Tarsiimo’aa

        Safartuulee

        Ka’umsa

        Mannii

        Tarkaanfiilee













        W1

        W2

        W3

        W4

        W5




        Maamila


        1. Amantaa uummataa guddisuu

        Amantaa uummataa dabale %

        45

        50

        55

        60

        65

        70

        Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




        1. Itti quufinsa raawwattootaa guddisuu

        Itti quufinsa dabale (%n)

        43

        50


        55

        59

        66

        70







        1. Fayyadamummaa hojjattootaa guddisuu

        Itti fayyadama dabale (%n)

        30

        35

        40

        45

        50

        60




        Faayinaansii


        1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa baajataa fooyyessuu

        Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale %

        70

        71

        75

        80

        90

        95

        Sagantaa bulchiinsa baajataa

        Sagantaa to’annoo qabeenya






        1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

        Qabeenya qisaasama malee hojiirra oole % n

        15

        12

        10

        8

        7

        5




        Adeemsa Hojii Keessa


        1. Madaallii raawwii hojjettootaa hojii irra oolchuun cimsuu

        Hordoffii fi deeggarsa raawwii hojii irratti taasifame (lakk.)

        0

        50

        60

        70

        80

        90







        1. Naamusa hojjattootaa hordofuun hojiirra oolchuu

        Naamusa hojjattoota fooyya’e %’n

        50

        60

        70

        80

        90

        100

        Sagantaa fooyya’iinsas JBAH

        Sagntaa fooyya’iinsa BQN



        Sagantaa muuxannoo gaggarii babal’isuu




        1. Sagantaa leenjii misooma qabeenya namaa qindeessuun kennuu

        Fedhii humna namaa qorannoon addan bahe deebii argate %’’n

        0

        30

        50

        60

        70

        90







        1. Fo’annoo fi fillannoo QBN gaggeessuu

        Komii xiqqaate % ‘n

        50

        40

        25

        20

        15

        10









        Ramaddii ogummaa irratti hunda’ee qulqullinaan raawwatame %’ n

        30

        45

        60

        75

        85

        100







        1. Gurma’iinsaa fi sadarkeessuu gitoota hojii qorachuun dhiheessuu

        Gahee hojii fi itti gaafatamummaa ifaan addaan bahe %’n

        25

        35

        40

        55

        65

        80







        1. Karoora BQN qopheessuun hojiirra oolchuu

        Qulqllina ragaa humna namaa qindaa’e (%’n)

        50

        60

        70

        80

        90

        100







        1. Kenna tajaajila fooyyessuu

        Kenna tajaajilaa fooyya’e %’n

        38

        50

        60

        70

        80

        90




        Ijaarsa Dandeettii


        1. Dandeetti fi gahumsa raawwattoota guddisuu

        Raawwii hojii fooyya’e (%n)

        54

        60

        68

        74

        80

        85

        Sagantaa fooyya’insa QHN




        1. Itti fayyadama ITguddisuu

        Hojjattootaa dandeettin ITtti fayyadamuudanda’n %’n

        20

        40

        55

        65

        75

        90

        Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




        1. Aadaa hojii fooyyessuu

        Hojjetoota aadaa hojii gaarii horatan (%n)

        30

        50

        60

        70

        80

        90

        Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu


        I
        Kaaskeedingii SMBKT
        skoorkaardii Adeemsa Hojii Deeggarsa Hordoffii fi Odiitii keessaa


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   138   139   140   141   142   143   144   145   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin