Kallattiiwwan Madaallii
|
Kaayyoolee Tarsiimo’aa
|
Safartuulee
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2003 kurmaana kurmaanaan
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2004 kurmaana kurmaanaan
|
|
|
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
Maamila
| -
Amantaa uummataa guddisuu
|
Amantaa uummataa dabale %
|
45
|
46
|
47
|
48
|
50
|
50
|
52
|
53
|
54
|
55
|
| -
Itti quufinsa uummata guddisuu
|
Itti quufinsa dabale (%n)
|
22
|
22
|
23
|
24
|
25
|
25
|
26
|
27
|
28
|
30
|
Faayinaansii
| -
Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu
|
Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n
|
70
|
70
|
70
|
71
|
71
|
71
|
72
|
73
|
74
|
75
|
| -
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)
|
15
|
14
|
13
|
12
|
12
|
12
|
12
|
11
|
10
|
10
|
Adeemsa Hojii Keessa
| -
Neet woorkii suphaa daandii dabaluu
|
Neet-woorkii daandii qulqullinaan dabalee km’n
|
50
|
52
|
54
|
56
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
70
|
| -
Hirmaannaa uummataa guddisuu
|
Hirmaannaa uummataa dabale %’n
|
50
|
52
|
54
|
56
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
70
|
| -
Bulchiinsa qabeenya daandii fooyyessuu
|
Bulchiinsa daandii haala istaandardiin eegame %’n
|
50
|
52
|
54
|
56
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
70
|
| -
Kenna tajaajila foyyessuu
|
Kenna tajaajila fooyya’e %’n
|
51
|
52
|
54
|
58
|
63
|
63
|
65
|
67
|
69
|
70
|
Ijaarsa Dandeettii
| -
Dandeettii fi gahumsa draawwattootaa0 guddisuu
|
Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n
|
54
|
56
|
57
|
58
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
68
|
| -
Itti fayyadama IT guddisuu
|
Itti fayyadama IT guddate %’n
|
20
|
25
|
30
|
35
|
40
|
40
|
45
|
50
|
53
|
55
|
| -
Aadaa hojii fooyyessuu
|
Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)
|
30
|
35
|
40
|
45
|
50
|
50
|
53
|
55
|
58
|
60
|
Garee Suphaa Daandii
Kallattiiwwan Madaallii
|
Kaayyoolee Tarsiimo’aa
|
Safartuulee
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2003 kurmaana kurmaanaan
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2004 kurmaana kurmaanaan
|
|
|
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
Maamila
| -
Amantaa uummataa guddisuu
|
Amantaa uummataa dabale %
|
45
|
46
|
47
|
48
|
50
|
50
|
52
|
53
|
54
|
55
|
| -
Itti quufinsa uummata guddisuu
|
Itti quufinsa dabale (%n)
|
22
|
22
|
23
|
24
|
25
|
25
|
26
|
27
|
28
|
30
|
Faayinaansii
| -
Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu
|
Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n
|
70
|
70
|
70
|
71
|
71
|
71
|
72
|
73
|
74
|
75
|
| -
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)
|
15
|
14
|
13
|
12
|
12
|
12
|
12
|
11
|
10
|
10
|
Adeemsa Hojii Keessa
| -
Qulqullina suphaa daandii dabaluu
|
Qulqullina daandii dabale %’n
|
45
|
45
|
48
|
50
|
52
|
52
|
52
|
55
|
57
|
59
|
| -
Uwwisa suphaa daandii dabaluu
|
Dheerina suphaa daandii dabale km’n
|
3875
|
3875
|
3875
|
3875
|
3875
|
3875
|
3875
|
4500
|
5500
|
6705
|
| -
|
Baay’ina toora daandii dabale lak.
|
|
|
|
|
|
|
100
|
150
|
165
|
169
|
| -
Teeknooloojiiwwan suphaa daandii guddisuu
|
Baay’ina tekinooloojiwwan ijaarsa dhihaatan (Lak)
|
4
|
4
|
4
|
5
|
5
|
5
|
5
|
5
|
6
|
6
|
| -
Hirmaannaa uummataa guddisuu
|
Hirmaaannaa uummataa dabale %’n
|
30
|
31
|
32
|
34
|
35
|
35
|
35
|
36
|
38
|
40
|
| -
Kenna tajaajila foyyessuu
|
Kenna tajaajila fooyya’e %’n
|
51
|
52
|
54
|
58
|
63
|
63
|
65
|
67
|
69
|
70
|
Ijaarsa Dandeettii
| -
Dandeettii fi gahumsa draawwattootaa guddisuu
|
Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n
|
54
|
56
|
57
|
58
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
68
|
| -
Itti fayyadama IT guddisuu
|
Itti fayyadama IT guddate %’n
|
20
|
25
|
30
|
35
|
40
|
40
|
45
|
50
|
53
|
55
|
| -
Aadaa hojii fooyyessuu
|
Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)
|
20
|
19
|
18
|
16
|
15
|
15
|
14
|
13
|
11
|
10
|
Kallattiiwwan Madaallii
|
Kaayyoolee Tarsiimo’aa
|
Safartuulee
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2003 kurmaana kurmaanaan
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2004 kurmaana kurmaanaan
|
|
|
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
Maamila
| -
Amantaa uummataa guddisuu
|
Amantaa uummataa dabale %
|
45
|
46
|
47
|
48
|
50
|
50
|
52
|
53
|
54
|
55
|
| -
Itti quufinsa qophii karoora dabaluu
|
Itti quufinsa dabale (%n)
|
43
|
45
|
47
|
49
|
50
|
50
|
51
|
52
|
54
|
55
|
Faayinaansii
| -
Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa fooyyessuu
|
Bu’aa qabeessummaa baajata fooyya’e %’n
|
70
|
70
|
70
|
71
|
71
|
71
|
72
|
73
|
74
|
75
|
| -
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)
|
15
|
14
|
13
|
13
|
12
|
12
|
11
|
11
|
11
|
10
|
Adeemsa Hojii Keessa
| -
Qulqullinaa fi yeroo gabaasa fooyyyessuu
|
Gabaasa dogoggora malee dhiyaate %’n
|
50
|
52
|
53
|
54
|
55
|
55
|
56
|
57
|
58
|
60
|
| -
|
Gabaasa yeroon qindaa’ee dhiyaate %’n
|
30
|
31
|
32
|
33
|
35
|
35
|
40
|
43
|
47
|
50
|
| -
Hojimaata hordoffii fi gamaaggama raawwii karoora daandii fooyyeessuu
|
Uwwusa hordoffii fi gamaaggamaa dabale %’n
|
65
|
66
|
67
|
67
|
68
|
68
|
69
|
70
|
71
|
73
|
| -
|
Duub-deebiin kenname %’n
|
30
|
32
|
35
|
38
|
40
|
40
|
45
|
49
|
52
|
55
|
| -
|
Qulqullinq raga dabale%’n
|
30
|
32
|
35
|
38
|
40
|
40
|
42
|
45
|
48
|
50
|
| -
Walitti dhufeenya qophii karooraa irratti jiru fooyyeessu
|
Yeroo walitidhufenyaa dabale (No. of contacts)
|
2
|
2
|
2
|
2
|
2
|
2
|
2
|
2
|
3
|
3
|
| -
Hirmaannaa qophii karoora daandii irratti guddisuu
|
Hirmaannaa dabale (%’n)
|
30
|
31
|
32
|
34
|
35
|
35
|
36
|
37
|
38
|
40
|
| -
Kenniinsaa tajaajilaa fooyyesuu (6%) (AK-13)
|
Kenna tajaajila fooyya’e (%’n)
|
51
|
55
|
59
|
60
|
63
|
63
|
65
|
67
|
69
|
70
|
Ijaarsa Dandeettii
| -
Dandeetti fi gahumsa qophii karoora guddisuu (9%)(ID-1)
|
Raawwii hojii fooyya’e (%n)
|
54
|
56
|
57
|
58
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
68
|
| -
Itti fayyadama IT guddisuu
|
Itti fayyadama IT dabale (%n)
|
20
|
25
|
3
|
35
|
40
|
40
|
42
|
47
|
52
|
55
|
| -
Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu (9%) (ID-3)
|
Hojjetoota aadaa hojii gaarii horatan (%n)
|
20
|
19
|
18
|
16
|
15
|
15
|
14
|
13
|
11
|
10
|
G
Kaaskeedingii SMBKT
aree Qorannoo
Kallattiiwwan Madaallii
|
Kaayyoolee Tarsiimo’aa
|
Safartuulee
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2003 kurmaana kurmaanaan
|
Ka’umsa
|
Maniiwwan bara 2004 kurmaana kurmaanaan
|
|
|
|
|
k1
|
k2
|
k3
|
K4
|
|
K1
|
K2
|
K3
|
K4
|
Maamila
| -
Amantaa uummataa guddisuu
|
Amantaa uummataa dabale %
|
45
|
46
|
47
|
48
|
50
|
50
|
52
|
53
|
54
|
55
|
| -
Itti quufinsa uummata guddisuu
|
Itti quufinsa dabale (%n)
|
43
|
44
|
47
|
49
|
50
|
50
|
51
|
52
|
53
|
55
|
Faayinaansii
| -
Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu
|
Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n
|
70
|
70
|
71
|
71
|
71
|
71
|
72
|
73
|
74
|
75
|
| -
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)
|
15
|
14
|
13
|
12
|
12
|
12
|
11
|
11
|
11
|
10
|
Adeemsa Hojii Keessa
| -
Qo’annoo daandii babal’isuu
|
Qo’annoo gaggeeffame (lakk.)
|
0
|
0
|
0
|
0
|
0
|
0
|
0
|
0
|
1
|
1
|
| -
Qorannoo daandii babal’isuu
|
Qorannoo gaggeeffame keessaa kan hojii irra oole (%n)
|
10
|
12
|
13
|
14
|
15
|
15
|
17
|
20
|
23
|
25
|
| -
Kenna tajaajila foyyessuu
|
Kenna tajaajila fooyya’e %’n
|
51
|
55
|
59
|
60
|
63
|
63
|
65
|
67
|
69
|
70
|
Ijaarsa Dandeettii
| -
Dandeettii fi gahumsa draawwattootaa guddisuu
|
Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n
|
54
|
56
|
57
|
59
|
60
|
60
|
62
|
64
|
66
|
68
|
| -
Itti fayyadama IT guddisuu
|
Itti fayyadama IT guddate %’n
|
20
|
25
|
30
|
35
|
40
|
40
|
43
|
48
|
52
|
55
|
| -
Aadaa hojii fooyyessuu
|
Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)
|
30
|
35
|
40
|
45
|
50
|
50
|
52
|
55
|
57
|
60
|
GULANTAA
ITTI FUFINSA-SMBKT
Sadarkaa Salgaffaa (Step Nine) Hordoffii fi Gamaaggama (Monitoring and Evaluation)
Karoorri tarsiimoo waggoota shaniif karoorfame keessatti manni hojii keenya eessaa ka’ee eessa akka gahuu mul’ata fi ergama isaa keessatti ifaan lafa kaa’ee jira. Kana malees kayyoleen garaagaraa kan kaayyeffaman yommuu ta’u isaanis kan ittiin madaalamaa adeeman safaruufartuulee fi maniiwwani taa’aniiru.Ooggansi fi raawwttoonni maal hojetanii galmoota kaa’aman bira akka gahan kan mul’isan tarkaanfileen tarsimoo’aa waggoota shanii mana hojichaa akka walii galaatti (Corporate level) akkasumas sadarkaa hundatti adda bahanii taa’aniiru. Keessattuu maniiwwan wagoota shanan dhufaniif tarreeffaman ka’umsaa isaanii irraa kaasee yeroo itti aanu keessatti eessa akka gahamu ykn.milkaa’ina manni hojichaa bira gahuf tattaffatu kan mul’isan ta’uu isaanii irrayyuu bu’aa adeemsaalee, sagantaalee, piroojektootaa fi qorannoo adda addaa irraa eegamu maala akka ta’ee fi mala ittiin bira ga’amu sirriitti kan mul’isani dha.
Haa tau malee karoora qopheessuu qofti mataa isaatiin gahaa miti. Galmoonni kun yeroo yerootti hordofamanii bu’aan kurmaanaa fi waggaadhaan eegamu galmaa’era moo miti? Kan karoorfamee fi bu’aan argame wal madaala moo miti? Calmaatu galmaa’e moo kan karoorfamee gad hojjenne? Maaliff caalmaa ykn. xiqqaa hojjenne? dhimmootni jedhan gaaffilee dagatnaa tokko malee yeroo hunda duukaa ba’amee madalamaa adeemuu qaban yommuu ta’an bakka hundatti bu’aa argamuuf ykn. hanqinoota mul’achuu danda’aniif itti gaafatamni sadarkaa sadarkaan jiru beekamee hordofamaa adeemuun karoora tokkoof dhimma murteessa dha.
Kana waan ta’eef dhimmootni asii gaditti caqafaman gaaffilee sadrkaa hundatti dagatamuu hin qabnee fi duukaa bu’amuu qaban akka ta’e fi karoora tarsiimoo karoorfameen galma barbaadamee bira gahamuu fi dhiisuu isaa asuma ka’umsa irraa jalqabee madalamaa adeemuu qaba. Haaluma kanaan :
-
Bu’aa ykn. MIlkaa’ina barbaadamu bira ga’amuu isaa,
-
Oggansi fi raawwataan karoora ofii isaa godhatee hordoffii fi gamaaggamaa adeemaa jiraachuu isaa,
-
Manni hojichaa jijjirama eegamu bira gauuf kan isa dandeessisu dandeetti gahaa horachaa adeemuu isaa,
-
K
Hordoffii fi Gamaaggama
aayyoleen kaa’aman sirriitti mula’ata, ergamaa’fi dudhaalee mana hojichaatti hidhamanii bu’aan eegamuu galmaa’aa jiraachuu fi dhiisuiu isaa,
-
Safartuuleen kaa’aman hanga dhumaatti kan hojii irra ooluu dada’an ykn. kan hin dandeenye ta’uu isaanii fi dhiisuu isaanii,
-
Maniiwwan kaa’aman dhugaatti haala barbaadameen galmaa’aa jiraachuu fi dhiisuu isaanii,
-
Tarkaaniflee raawwii kaa’amaniin bu’aan/milkaa’innni eegmu bira gahamuu fi dhiisuu isaa,
-
Jijjiramni amalaa akka walii galaatti ooggansaa fi raawwataa irraa eegamu mirkanaa’aa dhufuu ykn. dhiisuu isaa,
-
Hojiin karoorfameef baajetni /qabeenyaan gahaan ramadameefii socho’aa jiraachuu isaa ykn. rakkoo adda addaatiin qabamee boodatti harkafataa jiraachuu fi dhiisuu isaa fi kkf.
Dhimmota asii olitti tuqamanii fi kan biroo yeroo hunda gaaffii ka’uu qbanii fi to’annoo, hordoffii fi gamaaggama cimaan iraatti gaggeeffamuu kan qabu ta’uu isaa hooggansa sadarkaa hunda irra jiru biratti dagatamuu kan hin qabne ta’uun isaa beekamuu qaba. Kaayyoon mana hojii mootummaa inni guddaan tajaajila keenu irraa uummatni hagam faayidaa akka argatee fi itti qqufinsi isaa sadarkaa akkamii irra akka gahe madaalaa adeemuu dha. Kanafimmoo tajaajilli kennamu fedhii uummataa faana guddachaa fi jijjiiramaa kan adeemu waan ta’eef kaayyoleen, safartuuleen, maniiwwanii fi tarkanfileen raawwii fedhii uummataa galmaan gahuuf kaa’aman fedii kanaa fi yeroo faana adeemuu kan hin dandeenye yoo ta’e sakatta’amanii sirrachuu ykn. jijjiiramuu qabu.
Raawwataan tarsiimoo mana hojichaa sirriitti gad fageenyaan beekee raawwii isaa galma kaa’ameen madaalaa adeemuun kan irraa eegamu waan ta’eef kanuma beekee of qopheessuun barbaachisaa ta’a. Kana jechuun jijjiirama amalaa, ilaalchaa fi dandeettii kan gaafatu ta’uu isaa beekee barumsaa fi beekumsa amma qabu ergama, mul’ataa fi duudhaa mana hojichaa irratti hundaa’ee gabbifachaa maniiwwan kaayyoo/ galma gahinsa karooraaf kaa’aman guyyaa guyyaatti haala waliirraa hin citneen sakattaa’aa adeemuun hojii isaa ta’uu dagachuu hin qabu.
Ooggansi sadarkaa sadarkaan jirus gahee hojii isaa (Iskoor kaardii) ofii isaa irratti hundaa’ee shoora ooggansaa sirrii ta’e yoo ba’uu baate qaawwaan adeemsa irratti mul’atu salphaa waan hin taaneef kana hubatee karoora tarsiimoo kana irratti hundaa’uun karoora raawwii (Action plane) yeroo yerootti baafachuun raawwttoota gaggeessuu, oogganuu, to’achuu, raawwii gamaaggamuuni fi deeggaruun kan irraa eegamu ta.a. Haaluma kanaan kaayyoleen akka mana hojichaa fi adeemsaaleetti kaa’aman hagam galma gahaa akka jiranii fi rakkoolee adeemsa irratti mul’ataniif tooftaalee furmaata walii galaa fiduu dandeessisan maddisiisaa adeemuun, miira waliin hojjechuu fi waliin furmaata laachuu irratti hojjetoota qindeessuun socho’uun kan irraa eegamu ta’uu isaa beekee socho’uu qaba.
Kaayyoo kana galmaan gahuuf kroora tarsiimoo keessatti galmootaa fi maniiwwn kaa’aman galmaan gahuuf gabatee yeroo (work schedule) sirrii ta’e baafachuun kan hordofaa deemu ta’a. Haaluma kanaan hojii guyyaa guyyaatti raawwataman hordofuun akkuma jirutti ta’ee gabateen yeroo gabasaa figamaaggamaa hunda biratti beekamuu fi fudhatamee ittiin socho’amu akka mana hojiitti jiraachuun barbaachisaa fi dhimma murteessaa ta’a.
Kana irratti hundaa’uun dhimmootni sagantaa keessa galanii hordofamuu , to’atamuu fi gamaaggamamuu qaban hedduu yoo tanillee cuunfamanii yorroo ilaalaman kan asii gaditti kaa’aman dhimmoota xiyyeeffannaa argachuu barbaadani dha:
-
Gabaasa raawwii karoora,
-
Gamaaggama /qorannoo hojii yeroo yerootti gaggeefamu,
-
Hordoffii raawwii ademsaalee, sagantaalee fi piroojektootaa gaggeessuu kan of keessatti hammatani dha.
Yeroo gabaasaa
Karoorri hojii akka mana hojii tokkootti lafa taa’e eessa akka gahe yeroo yerootti qaama ilaallatuuf gabaafamuu baatnaan qaamni raawwatu maal akka raawwataa jiru beekuun rakkisaa ta’a. Yeroon gabaasaa akkataa barbaachisummaa isaatti turban torbaniitti bilbilaan kan darbu ta’ee gabaasni idileen kurmaana kurmaanaan, ji’a jaha jahaan akkasumas waggaatti kan darbu yommuu ta’u barreeffamaa fi soofti kooppiin kan gabaafamu ta’a.
G
Hordoffii fi Gamaaggama
amaaggama /qorannoo hojii yeroo yerootti gaggeefamu,
Gamaaggama/qorannoo haala walitti fufinsa qabuun yeroo yerootti gaggeeffamuun raawwiin hojii keenya haala maalirra akka jiru to’achaa adeemuun dhimma murteessaa yommuu ta’u raawwiin keenya maniiwwan kaayyoolee galmaan gahuuf kaa’aman hagam hojii irra oolaa akka jiran kan ittiin madaalaa adeemnu fi jijjiiramni barbaachisus yoo jiraate kan ittiin hordofaa demnu dha.
Kana males tajaajila laatamu irratti uumatni hagam irraa akka fayyadamee fi itti quufe madaaluuf sakatta’insi yaada uummataa fi gamaaggamni walirraa hin citne gaggeeffamuu qaba.
Hordoffii raawwii ademsaalee,sagantaalee fi pirojektootaa
Karoorri tarsiimoon kan raawwatamu qorannoo gahaa irratti hundaa’anii gara tarkaanfilee adeemsaalee, sagantaalee fi piroojektootti jijjiramanii waan ta’eef tarkaanfileen kun hordoffii walirraa hin citne gaggeessuun hordofamuu qabu.Karoorri akka walii galaatti taa’e maniiwwanitti haala caccabee taa’een raawwatamaa /galma gahaa jira moo miti kan jedhu duukaa bu’amee madaalamaa hin adeemu taanaan guddinni ykn. kufaatiin eessa irra akka jiru adda baafachuun rakkisaa ta’a.
Haaluma kanaan yeroo gabasa hojii, to’annoo, hordoffii fi gamaaggamaa torban torbanii, ji’a ji’aan, kurmaanaanaa fi kan waggaa itti raawwatamu gabatee yeroo (schedule) asii gaditti kaa’ame irrtti hundaa’ee kan gaggeeffamu ta’a.
G
Hordoffii fi Gamaaggama
abatee hordoffii gabaasaa fi raawwii karooraa
Lakk
|
Dhimma raawwatamu
|
Qaama raawwatu
|
Bakka itti raawwatamu
|
Yeroo raawwatamu
|
ibsa
|
1
|
Gabaasa raawwii hojii torbanii fi guyyaa kudha shanii dabarsuu
|
Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Godinoota, Magaalotaa fi Aanaalee
|
Dhuma torbanii (kamisaa) guyyaa guutuu
|
Bilbilaan
|
2
|
Gamaaggama rwwii hojii torbanii fi guyyaa kudha shanii
|
Sadarkaa ATDO , Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Mana hojii olaanaa, Godinoota, Magaalotaa fi Aanaalee
|
Dhuma torbaniitti guyyaa kudha shanitti sa’aatii 9:00-11:30tti
|
Adeemsa adeemsaan
Ykn. kutaa kutaan
|
3
|
Gamaaggama fi gabaasa raawwii hojii ji’a ji’aa
|
Sadarkaa ATDO , Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Mana hojii olaanaa, Godinoota, Magaalotaa fi Aanaalee
|
Dhuma ji’aatti
|
Adeemsa adeemsaan
Ykn. kutaa kutaan
|
4
|
Gamaaggama fi gabaasa raawwi hojii kurmaanaa
|
Sadarkaa ATDO , Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Mana hojii olaanaa, Godinoota, Magaalotaa fi Aanaalee
|
Dhuma kurmaanaatti ji’a isa dhumaa guyyaa 25-29tti
|
Barreeffama fi soofti kooppii
|
5
|
Gamaaggamaa fi gabasa raawwii hojii waggaa walakkaa
|
Sadarkaa ATDO , Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Mana hojii olaanaa, Godinoota, Magaalotaa fi Aana
|
Ji’a jaha ji’a isa dhumaa guyyaa 25-29
|
,,
|
6
|
Raawwii hojii waaggaa tokkoo
|
Sadarkaa ATDO , Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Mana hojii olaanaa, Godinoota, Magaalotaa fi Aanaalee
|
Wxabajjii 20-25 tti
|
,,
|
7
|
Yaada uummataa fi hojjetaa walitti qabuu
|
Sadarkaa ATDO , Godinootaa/magaalotaa fi Aanaalee
|
Mana hojii olaanaa, Godinoota, Magaalotaa fi Aanaalee
|
Dhuma kurmaanaatti ji’a isa dhumaa guyyaa 25-29tti
|
,,
| U
Hordoffii fi Gamaaggama
unkaalee SMBKT
-
Uunkaa Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo Itti Guutamu
Qaama Raawwatu _______________________________________________
Kallattii maddaallii
|
Galmoota
|
Safartuulee
|
Mannii
(Target)
|
Tarkaanfiiwwan Raawwii Tarsiimoo’aa
|
|
|
|
2003
|
2004
|
2005
|
2006
|
2007
|
|
Lammii /Tajajilamaa
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Baajata /Faayinaansii/
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Adeemsa hojii keesaa /Process/
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Ijaarsa Dandeetti
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Karooricha kan qopheesse Itti gaafatamaa karooricha mirkaneesse
Maqaa _____________________ Maqaa ___________________________
Mallattoo ___________________ Mallatoo __________________________
Guyyaa ____________________ Guyyaa ___________________________
Uunkaa Sirna Madaalli Bu’aa Karoora Tarsiimoo Ittin Hordofamu
Qaama Raawwatu _________________________________
Kallattii Maddaallii
|
Galmoota
|
Safartuulee
|
Mannii
(Target)
|
Bu’aa argame
/Actual/
|
Sababa Garaagarummaa
|
Sirreeffama Taassifame
|
Lammii /Tajaajilamaa/
|
|
|
|
|
|
|
Baajata
/Faayinaansii/
|
|
|
|
|
|
|
Adeemsa Hojii keesaa/Proceess/
|
|
|
|
|
|
|
Ijaarsa Dandeettii
|
|
|
|
|
|
|
Qaama Hordoffii Taassisse
Maqaa _______________________
Mallattoo _____________________
Guyyaa ______________________
-
U
Hordoffii fi Gamaaggama
unkaa Bu’aa Waligalaa
Qaama Raawwatu ________________________________________________
Kallattii Maddaallii
|
Ulfina %
|
Galma
|
Ulfina
%
|
Safartuu
|
Ulfina %
|
Mannii (Target)
|
Bu’aa Argame
|
Sadarkaa Raawwii
|
Qabxii Waligalan Argame
|
Lammii
/Tajaajilamaa/
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Baajata
/Faayinaansii
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Adeemsa Hojii keesaa /Process/
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Ijaarsa dandeettii
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Itti gaafatamaa Bu’icha Guute
Maqaa __________________________
Mallattoo _______________________
Guyyaa _________________________
Dostları ilə paylaş: |