Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə24/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   156
Iftoominaan hojjachuu

Sadarkaa mana hojii keenyaatti dhimmootni raawwatamaan imaammataa fi tarsiimoo daandii, akkasumas hojii karoorfamu ilaalchisee Godinaalee fi Aanaalee mari’achiisuu, hirmaachisuu fi waliigaltee uumuu; akkasumas ragaa sirri ta’ee dabarsuu irratti iftoominaan ni hojjata.

G
Sakatta’iinsa



Sakatta’iinsa
ama biraatiin hojii waajjiriichaa irratti hubannoo uumuun, hojimaata haaraa hogganuu, hubannoo gahaa fi raawwii hojii irratti abbummaan hogganuu irratti hoggansi gahee ol’aanaa waan qabuuf iftoomina qabaachuu qaba. Hojii karoorfamu irra-guddaan isaa sadarkaa ogeessaatti kan raawwatamu waan ta’eef, qooda ogeessonni raawwii karoora irratti qaban guddaa dha. Kanaafuu, raawwii hojii tajaajila lammiif kennuu, fi gabaasa raawwii qulqullina qabu qopheessuun dhiheessuu irratti hojjetaan iftoomina qabaachuu qaba.

Hojii misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii keessatti qaamoleen adda addaa abbootiin qabeenyaa misoomaa fi waldaaleen hawaasaa gahee guddaa qabu. Qaamoleen kun haala barbaadameen hirmaachuu kan danda’an kaayyoo, karooraa fi raawwii isaanii waajjiriichaatti dhiheessuun hubannoo gahaa uumuu; amnataa argachuu; fi ragaa haqa-qabeessa ta’e dhiheessuun iftoominaan akka hojjatan gochuuf hojimaata jiru ifatti hubachiisuun fi raawwachiisuu irratti ni hojjatama




  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin