Finfinnee Waxabajjii, 2003


Maamiltootaa fi Dhimmamtoota ATDO Addaan Baasuu (Customer and Stakeholder Identification)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə26/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   22   23   24   25   26   27   28   29   ...   156

Maamiltootaa fi Dhimmamtoota ATDO Addaan Baasuu (Customer and Stakeholder Identification)


Tajaajila saffisaa fi itti fufiinsa qabu kennuuf, akkasumas rakkoo misooma daandii hiikuuf maamiltoota kallatiidhaan tajaajila ATDO irraa barbaadanii fi dhimmamtoota milkaa’ina ergamaa fi mul’ata keenya galmaan ga’uu keessatti shoora ol-aanaa qabaatan adda baasuu fi beekuun barbaachisaa dha.

K
Sakatta’iinsa


ana malees, Maamiltootni/ dhiimamtoonni kun ATDO irraa kan isaan eegan, amala maamilli/dhimmamtootni qabaachuu qaban jiraachuu ni mala . Haa ta’u malee , yeroo tokko tokko fedhii walii guutuu dhabuun rincicni (resistance) kan uumamu yoo ta’u, dhimmi kun immoo gama kenniinsa tajaajilaa fi akka waliigalaatti misooma ariifachiisuu keessatti dhiibbaa mataa isaanii ni qabaata. Kanaafuu, dhimmoota kana addaan baasanii ilaaluu fi xiinxaluun akkasumas xiyyeeffannaa itti kennuun hojjechuuf haala gargaaruun sadarkaan kaa’uun murteessaa waan ta’eef akka armaan gadiitti dhiyaateera.

      1. Yüklə 4,87 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   22   23   24   25   26   27   28   29   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin