Maamiltoota
|
|
|
|
|
Ummata/Lammilee
| -
Daandiilee ijaaraman kunnuunsuu fi misooma daandii irratti hirmaachuu
-
Seeraa daandii kabajuu fi raayyaa misooma daandii ta’uu
| -
Daandilee baayinaa fi qulqullinaan babal’atan
-
Yeroon akka suphamaan
-
Dhiyeessii fi fedhii taj
aajilli daandii wal-simee
|
Dhabuu
|
Dhabuudhaan deeggarsi uummataa ni xiqqaata
-
Uummatni abbaa taayiticharratti abdii dhabuu
|
Hojjettoota ATDO
| -
Naamusa , dandeettii fi beekumsa gaarii qabachuu,
-
Imaammata, tarsiimowwan fi riiformiiwwan mootummaa fudhachuun hojiitti hiikuu,
-
Miira tajaajiltummaa qabaachuu,
| -
Iddoo hojii mija’aa
-
Bulchiinsa gaarii
-
Humna dandeettii raawwachisummaa cimsachuu
-
Mindaa haala hojii fi yeroo wajjin adeemuu danda’uu fi Faayidaalee adda addaa
-
Sirni badhaasaa akka jiraatu
| -
Jijjiramaaf qophii ta’uu dhabuu
-
Rifoormiwwanii fi tarsiimoowwan jijjiramaa amananii fudhachuu dhabuu,
-
Yeroo fi haala barbaadamuun hojii raawwachuu dhabuu
| -
Hojii dadhabsiisuu,
-
Hojii gadi lakkisuun babal’achuu (turnover)
-
Raawwii hojii gadii bu'e
|
Daabbilee misooma/Abbooti qabeenyaa
| -
Maxxantummaa irraa bilisa ta’uu
-
Dandeettii fi muuxannoo gahaa qabaachuu
-
Amala naannoo misoomsuu fi qabeenya naannoo kunuunsuu qabaachuu
-
Yeroo jedhame keessatti qulqullina barbaadameen hojii raawwachuu
-
Tajaajila daandii gaha ta’e dhiheessuu
-
Miira tajaajiltummaa
-
Qajeelfamoota daandii kabajuu
-
Tajaajila qulqulluu kennuu
| -
Tajaajila si’oominaa fi haqa qabeessa ta’e argachuu
-
Odeeffannoo wayitawwaa fi ga’aa ta’e argachuu
-
Haala walgalameen hojii hojjetaniif kaffaltii yeroon argachuu
-
Deeggarsaa barbaachisaa yerootti argachuu
| -
Qulqullinaa fi yeroodhaan hojjatanii dhihessuu dhabuu
-
Komii babal’isuu fi hojiirratti duubatti harkifachuuf sababa uumuu
-
Tajaajila gahumsa qabuu kennuu dhisuu
-
Fedhii hawaasaa guutuu dhabuu
| -
Dhiheessaa fi itti quufinsi tajaajilamtoota akka hin mirkaanoofnee taasiisaa
-
Ciminaa fi qulqullinni daandii gadii bu’ee keennaa tajaajilaa ittifuufinsaa akka hin qabane ni taasisaa
-
Qabeenyi fi baajatni ijaarsaaf ba’e akka midhamuu taasisaa
|
Dhimma mtoota
|
|
|
|
|
Bulchiinsa Biyyoolessaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
| -
Karoora misoomaa yeroon mirkaneessuu fi hordoffii fi gamaaggama raawwii misoomaa gaggeessuun kallattii sirreeffamaa ka’uu,
-
Haala barbaadameen deeggarsa baajata a fi qabeenyaa taasissuu
-
Humna dandeettii raawwaachisummaa ATDO cimsuu
-
Imaammataa fi tarsimoo akkasumas labsiiwwan misooma ariifachiisaa fiduu danda’u baasuu
| -
Gabaasa qulqulluu fi yeroo isaa eeggate,
-
Qabeenyi ramadamu dhimma barabaadameef akka oolu,
-
Imaamannii fi tarsiimoowwan bahan akka hojii irra oolan
|
-
-
Baajeta gahaa ramaduu/heeyyamuu dhiisuu
-
Xiyyeeffannoo kennuu dhiisuu
| -
Tarkaanfii hooggantoota irratti fudhachuu danda’a.
-
Deeggarsi ATDOf godhamu xiqqaachuu danda'a.
|
Manneen Hojii mootummaa Naannoo Oromiyaa
|
| -
Qindoominaan waliin hojjechuu
-
Muxannoo gaarii wal jijjiru
-
Ilaalcha guddina waliinii
| -
Wal Komachuu
-
Addaa bahuu fi qindoomina dhabuu
| |
Manneen Hojii Mootummaa fedeeraalaa
|
Qajeelfamoota
Deeggarsa tekiniikaa argachuu
| -
Ragaa fi gabaasa qulqullina qabuu yeroon akka dhiheesnuu barbaaduu
-
Tajaajila barbaadamu saffinaan argachuu fedhu
| -
Baajataa fandii fi deeggarsaa taasisuurratti fedhii dhabuu agarsiisuu
-
Deeggarsaa teekiniikaa kennuuf fedhii dhabuu
| -
Daandiin bal’inaan akka hin suphamnee taasisee kenni tajaajilaa ittifuufinsaa akka hin qabanee ni gadhaa
-
Ijaarsi daandii naanichaa keessatti babal’achuu dadhaba.
|