Finfinnee Waxabajjii, 2003


Maamiltoota/Dhimmamtoota/



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə29/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   156
Maamiltoota/Dhimmamtoota/

Ergama Abbaa Taayitiichaa galmaan ga’uu keessatti shoora qaban

Kenniinsa tajaajilaa keessatti qooda qaban

Guddina misoomaa daandii keessatti ga’ee qaban

Baay’ina tajaajilaa barbaadan

Ida’ama

Sadarkaa

Qabxii argachuu qaban

% 10

%5

%10

%5

30




  1. Maamiltoota



















Ummata/Lammilee

10

5

10

5

30

1

Hojjetoota ATDO

10

5

8

3

26

2

Abbootii Qabeenyaa/Dhaabbilee misooma

8

3

8

3

22

3

  1. Dhimmamtoota



















Bulchiinsa Biyyooleessaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

8

3

8

3

22

1

Manneen Hojii mootummaa Naannoo Oromiyaa

7

3

8

2

20

2

Manneen Hojii Mootummaa Fedeeraalaa

7

2

8

2

19

3
  • H
    Sakatta’iinsa
    awwata Sona Maamiltoota (Customer Value Proposition)


    Yaadni hawwata sona maamiltotaa sababa hojii gaarii hojjechuun bu’aa/ hamilee addaa maamiltoota isaa irraa argatee hojii isa gara fuulduraa ciminaa fi bu’aa qabeessummaan itti fufu dha. Dhimmoonni kun kallattii sadiin kan ilaalamu yoo ta’u, kunis tajaajila ykn bu’aa manni hojichaa argamsiisuun (attributes), akkaataa walitti dhufeenyaa (relationship) fi bifa (image) manni hojichaa maamila biratti qabaachuu qabuun ilaalamuu ni danda’a.

                    1. Amala Mana Hojiichaa(Attributes)

    • Tajaajila ga’uumsaa fi qulqullina qabu

    • Baasii hir’isuu (Cost effectiviness)

    • Maamilaaf dursa keennuu(Custmor Focused)

    • Deebii hatattamaa (develope sense of urgency)

    • Tajaajila teeknooloojii ammayyaa’aan deeggarame

    • Karooraan ogganamuu

                    1. Walitti Dhufeenyaan (Relationship)

      • Qindoomina(collaboration)

      • Al-Loogummaa (impartiality)

      • Hirmaachisummaa (participatory),

      • Miiltummaa fi walta’iinsa (partinership)

      • Wal- kabajuu, (Mutual Respect)

                    1. Ilaalchaan(Image)

      • Itti gaafatamummaa (Accountability)

      • Ol’aantummaa seeraa (Rule of Law)

      • Amanamummaa (Trustworthy)

      • Ga’umsa hoggansaa

      • Kutannoo misoomaa (Commitment)

      • Haqummaa (fairness)

      • Hammayyummaa

      • Bu’a qabeesummaa

      • Iftoomina (Transparency)
      1. K
        Sakatta’iinsa
        allatiwwan madaallii (strategic Perspectives)


    Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT /Balanced scorecard /BSC) madaallii baratame irraa waanti adda isa godhu tokko kallattii madaallii adda addaatiin bu’aa madaaluu danda’uu isaati . Kallattiin madaallii daawwitii (lense) bu’aa raawwii tarsiimoo karaa madaalawaa ta’een madaalamuu dha. Haalli kun bifa lamaan kan ilaalamu yoo ta’u gumachitoota (leadining factors) fi galma dhumaa (end result) ta’uun ilaalamu. Dhimmootni kun akkaataa qabatamaa manneen hojii mootummaatii fi dhaabbilee dhuunfaatti garagarummaa kan qaban yoo ta’u, akka Abbaa Taayitaa Daandiiwwanii Oromiyaatti misoomaa fi bulchiinsi qabeenya daandii babal’atu keessatti galmi dhumaa ykn xiyyeeffannoo ol’aanaa kan argachuu malu itti quufiinsa uummataa mirkaneessuu ta’uun itti amanameera. Kana waan ta’eef kallattiiwwan madaallii armaan gaditti eeraman keessaa kallattiin maamiltoota ykn Lammiilee sadarkaa tokkoffaa irratti akka dhufu taasifameera. Haaluma kanaan kallattiiwwan madaallii filataman akka asii gadiitti wal duraa duubaan kaa’amaniiru:

    • Uummata/Lammiilee (maamila)

    • Faayinaansii

    • Adeemsa hojii keessaa

    • Ijaarsa Dandeettii /Capacity Building

        1. Yüklə 4,87 Mb.

          Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin