Finfinnee Waxabajjii, 2003


Ibsa kallattiiwwan madaallii



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə30/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   26   27   28   29   30   31   32   33   ...   156

Ibsa kallattiiwwan madaallii


  1. Uummata/Lammii (Maamila):- Hawaasa naannichaa akka waliigalaatti jiraataa baadiyyaa fi magaalaa kan hammatuu fi ATDO irraa dhiheessaa fedhii daandii barbaadan ni dabalata. Uummatni kun karaa tokkoonis ta’e gama biraan hojii misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii akka milkaa’u tajaajilli saffisaa fi hawwataa ta’e akka dhugoomu ATDO irraa kan eegani dha. Kanaafuu, misoomni daandii akkasuma, tajaajilli sadarkaa adda addatti kennamu naanna’ee faayidaa uummata bal’aaf waan ta’eef, lammiileen ijaarsa guddina misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii naannicha keessatti mirkaneesuuf shoora ol’aanaa waan qabaniif lammileen/uummanni kallattii madaallii sadarkaa duraa irra ka’uun xiyyeeffannoo kennuun hojjechuun barbaachisaa ta’ee argameera.

  2. Faayinaansii: Kallattii madaallii faayinaansii jechuun qabeenya mallaqaa fi fiizikaalaa ta’ee baajata mootummaa, fandii daandii fedeeraalaa irraa argamu fi galii hirmaannaa uummataatiin argamuu qabeenya muraasa jiru kana qusannaan hojii misoomaa irra olchuun fedhii misoomaa fi suphaa daandii lammiilleef guutuun kan itti danda’amu ta’uu isaa kallattii ittiin ilaalamuu dha.

A
Sakatta’iinsa
kka mana hojii mootummaa tokkootti waajjirrii keenya qabeenya maallaqaa ykn baajata murtaa’aa qabuun hojii bu’aa dabalataa argamsiisuu irratti xiyyeeffatnoo itti kennee kan hojjetu dha.


  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   26   27   28   29   30   31   32   33   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin