Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə31/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   27   28   29   30   31   32   33   34   ...   156
Adeemsa Hojii Keessaa: - Adeemsi hojii keessaa sirna waliigala adeemsa raawwii hojii- saffinaa, ga’uumsaa fi qulqullinaan raawwachuuf diriirsuun, gaaffii maamiltootaa fi dhimmamtootaaf deebii hatattamaa kennuun itti fayyadama qabeenyaa qusannoon raawwachuuf kallattii ittiin ilaalamuu dha. Dabalataanis bu’aaleen kallattii madaallii maamilaa fi faayinaansii keessaatti eeggaman akka uumaman iddoo itti taasifamuu dha. Kana waan ta’eef fedhii fi gaaffii misooma fi suphaa daandii irratti hawaasani qabu guutuuf adeemsa hojii keessaa irratti xiyyeeffatanii hojechuun barbaachiisaa dha. Kanaafuu, ATDO ergama labsii 163/2003 isaaf kenname kallattiidhaan hojii irra oolchuuf hojimaata hajjachiisuu fi hirmaachiisuu dandeessissu uumuuf adeemsi hojii keessaa gahee ol’aanaa qaba.


  • Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   27   28   29   30   31   32   33   34   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin