Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə33/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   29   30   31   32   33   34   35   36   ...   156
Xiinxala Haala Keessaa

  • Sanadoota Karoora Tarsiimoo’aa mana hojii duraan adeemsifame xiinxaluu (review strategic plan document),

  • Ragaalee mana hojii xiinxaluu,

  • Gaggeessitoota, rawwatoota fi qaamolee dhimmi ilaalu waliin maree gaggeessu,

  • Mul’ata, ergama fi duudhaalee ijoo mana hojii xiinxaluu ykn fooyyeessuu ta’a,

  • Interneetiidhaan haala dhiibbaa alaa mana hojichaa sakatta’uu,

  • Qorannoowwan sadarakaa itti quufinsa maamiltootaa beekuudhaaf qorataman sakatta’uu,

X


Sakatta’iinsa
iinxala Haala Alaa


Xiinxala haala alaa adeemsisuuf haalonni barataman siyaasa, dinagdee, hawwasummaa fi teeknoolojii (PESTEL Analysis) haala qabatamaa mana hojichaatiin quunnamtii qaban xiinxaluu dha. Manneen hojii waan kana yeroo raawwatan haalota addunyaa irrttii uumaman hunda xiinxaluun irraa hin eegamu. Kanaafuu, aangoo fi itti gaafatamummaa mootummaan kennameef akkasumas ergama kennameefiin walitti dhufeenya kan qaban adda baasuudhaan of-eeggannoon sakata’uun irraa eegama. Keessumaa xiinxala haala keessaa ga’aa fi odeeffaannoo guutuu argachuuf kallattiiwwan madaallii arfaniin (four perspective) ilaaluun baay’ee barbaachisaa dha.

Haaluma kanaan ciminnii fi dadhabbinni akkasumas, carraaleen fi sodaaleen sakatta’amee adda ba’an gabateewwan armaan gadii keesatti ibsamaniiru.


      1. X
        Sakatta’iinsa
        iinxala Haalawwan keessaa




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   29   30   31   32   33   34   35   36   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin