Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə34/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   30   31   32   33   34   35   36   37   ...   156
Dhimmoota Xiinxalamaan

Ciminaa(strengths)

Dadhabina(Weakness)

Bulchinsaa/Governance







  • Gaggeessummaa

  • Walitti dhuufenyii hoggantootaa fi hojjettoota gidduu jiru fooyya’aa dhufuu

  • Kutannoo fi kaka’umsaa hojiif xiyyeeffannoon jiru fooyya’aa dhufuu

  • Rakkoowwaan misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii addaan baasuun beekuun jiraachuu

  • Kaka’umsi JBAH qorachuun hojii irra oolchuuf jalqabbiin gaarii jiraachuu




  • Rakkoo ilaalchaa, hanqina dandeettii fi dhiyeessii jiraachuu

Rakkoo ilaalchaa:

  • Hojii SFSS fi PBG tiif xiyyeeffannoo kennuu dhabuu

  • Daandii ijaaruu fi suphuu keessatti yoo maashinaroota hinjiraane umurii hin qabu jedhanii yaadu

  • Daandii baajata guddaa ramaduun malee hirmaannaa uummataan hin danda’amuu jedhanii yaadu

  • TCHN guutumaan guututti ofitti fudhachuu irratti hanqinni jiraachuu

  • Haanqinni hojjattoota angeesuu jiraachuu

  • Rifoormii amantaadhaan ofitti fudhachuu dhabuu

  • Hojii gareen hojjachuun (team spirit) laafaa ta’uu

Rakkoo dandeettii :

  • Oggansi sadarkaa adda addaa irratti jiru komii dhiyatuuf yeroon deebii kennuu irrati hanqinni jiraachuu

  • Dandeettiin raawwii hojii cimee deemuu dhabuu

  • Karoora hirmaachisaa ta’e haala qabatamaa ofii giddugaleessa godhateen qopheessuu dhabuu

  • Imaammataa fi tarsiimoo daandii irratti hubannoo fi oddeeffannoon jiru gadi aanaa ta’uu

  • Beekumsa irratti hundaa’anii hogganuu dhabuu

  • Mul’ata irratti hundaa’un hogganuu dadhabuu

  • Uummataa fi qooda fudhattoota ijaaruun misoomaa daandii sochoosuu dhabuu

Rakkoo dhiyeessii (deeggarsaa fi hordoffii)

  • Sirni hordoffii fi gamaaggamaa bifa itti fuufinsa qabuun raawwachuu dhabuu

  • Quunnamtii fi qindoominni waajjira olaanaa, Godinaalee fi Aanaalee waliin jiru laafaa ta’usaa

  • Humna namaa ga’aa ta’e dhiyeessuu dadhabuu

  • Meeshaalee hojii hanga barbaadamee fi ququllinaan dhiyeessuu dhabuu

  • Raawwii karooraa madaaluun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu dhabuu

  • Tasgabbii gaggeessitoota(stability)




  • Oggansi yeroo yeroon jijjiramuun tasgabbinni ittifufinsa qabuu jiraachuu dhabuu

  • Ergamaa fi Mul’ata

  • Ergama hojjetamuu fi Mul’ata bira gahamu qabachuu

  • Ergamaa fi mul’ata taa’e gidduugaleessaa godhatanii hubachuu fi itiin hojjachuurratti haanqinni jiraachuu

  • Galmaa fi Kaayyoo ifa ta’e qophaa’e qabaachuu

  • Galmaa fi kaayyoo haa jiraatu malee qaamni hogganuu fi raawwatu sirritti hubatee hojii irraa olchuurratti haanqinni jiraachuu

Hoggansa

  • Caaseffama

  • Caaseeffamni adeemsarratti hundaa’ee hojjachiisuu jiraachuu(process based Organizational Structure)

  • Tasgabbii dhaabinsa caaseeffamaa jiraachuu

  • Caaseffamni haa jiraatu malee humni namaa barbaadamu guutuu dhabuu

  • Tarsiimoo amma jiru

  • Imaammataa fi tarsiimoolee jiran beekuun hojjeetoota sadarkaa sadarkaan jiranii fi uummata qabsiisuun hojii irra oolchuurraatti hanqinni jiraachuu

  • Raawwii hojii tarsiimoo irraatti kan hundaa’e osoo hin ta’in hojii guyyaa irraatti xiyyeeffachuu isaa

  • Adeemsaa fi sirna (karoora, hordoffii, gamaaggama, gabaasaa fi “MIS)






      • Karoorsuu




  • Karoorri tarsiimoo misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii waggaa shanii jiratuullee sanada kanaan hogganamanii hojii raawwachuu dhabuu

  • Qophiin karoora fi raawwiin hojii tarsiimoo baheen walsimuu irratti hanqina qabaachuu

  • Karoorri qooda fudhattoota qixa barbaadameen hirmaachisuu dhabuu

  • Karooraaf kan fayyadu danda’u ragaan amansiisaa ta’ee fi gabaasni raawwii qabatamaa dhabamuu.

    • Hordoffi figamaaggama

  • Sirni hordooffi fi gamaaggamaa sadarka sadarkaatti diriiree jiraachuu

  • Hordoffii fi gamaaggamaa itti fufiinsa fi qindoomina kan hin qabne ta’uu isaa

  • Sirni Hordoffii fi gamaaggamaa waajjira ol’aanaa, Godinaalee fi Aanalee sadarkaa hundatti hirmaachisu jiraachuu dhabuu

  • Gabaasa

  • Sirni gabaasa kurmaanaa fi waggaan barreeffamaa ragaa deggeramee qopha’a jiraachuu

  • Gabaasni qulqullina fi ifaa kan hin tannee, akkasumas raga guutuu dhabuu

  • Duubii deebii (feed back) kennuu dhabuu

  • Sirna bulchiinsa odeeffannoo

  • Sirni teknoolojii hammayyatti fayyadamuun qabiinsi raga jalqabbiin jiraachuu

  • Bifa hamayya’ee fi haala barbadamuun hojii irra oluu dhabuu

  • Ragaa haala qinda’een argachuu dhabuu

  • Sirni odeeffannoo wal-jijiiruu cimaa ta’e jiraachuu dhabuu

  • Ragaa adda addaa qulqullinaa fi gahumsaan qindeesuun qabachuu dhabuu

  • Sirna Qunnamtii Teeknoolojii Oddeeffannoo jirutti gutuumaa guututti itti fayyadamuu dhabuu

  • Hojimaata

  • Hojmaatni tajaajiloota wal fakkaatu iddoo tokkootti haala kennuu danda’uun gurmaa’uun jalqabbiin jiraachuu isaa (JBAH)

  • JBHA haala barbaadameen hojirraa olchuu irratti haqinni jiraachuu

  • Hojiilee dhimma hundaa (cross cutting issue) haala gahumsa qabuun sochoo’uu dhabuun hanqinni jiraachuu isaa


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   30   31   32   33   34   35   36   37   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin