Maddaa Faayinaansii
To’annoo faayinaansii fi qoodinsa baajataa.
| -
Sirna to’annoo faayinaasitiif kan ta’u kan akka IBEXtti fayyadamuu jiraachuu .
-
Qoodinsi baajataa fedhii uummataa irratti kan hundaa’u ta’uu fi hojiilee misoomaa daandiif xiyyeeffannoon kennamuu isaa
| -
Hordoffii fi to’annoon baajata laafaa ta’u
-
Gabaasa argannoo bu’aa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa
-
Qoodinsi baajataa ragaa sirrii fi amanamaa ta’e irraatti hundaa’uu dhabuu
|
Ittifayyadama Baajataa
|
| -
Baasii fi bu’aan raawwii hojii walsimuu dhabuu
-
Bittaa fi caalbaasiin gaggeeffamu iftoomina, si’aayinaa fi qulqullina haala barbaaddameen kan hin qabaanne fi raawwiin isaas harkifataa ta’uu
|
Gahumsa madda faayinaansii
| -
Hawaasa sochoosuun maddii maallaqaa uummata maddisiisuu jalqabbii gaariirraa jiraachuu
| -
Hanqinni baajata sadarkaa adda addaatti jiraachuu
|
Faasiliitiwwan
|
-
Waajjira, Meeshaa waajjira fi Konkoolaataa
| -
Faasiliitiwwan kan akka Waajjiraa, Meeshaa waajjiraa fi Konkoolaataa Sadarkaa waajjira ol’aanaatti fooyya’aa taúu isaa.
| -
Sadarka godinaalee fi aanaaleetti waajjira gahaa dhabuu
-
Hanqinni meeshalee fi teekinooloojjii hamayyaa jiraachuu
-
Qabiinsi, ittifayyadamnii fi bulchiinsi meeshaalee dadhabaa ta’uu isaa
-
Sadarkaa waajjira godinaalee fi aanaaleettii dhiyeessii konkoolataa kan hin jirre ta'uu
-
Gaaffii fi bittaan meeshalee waajjira ol’aanaa yeroo isaa eeege kan hin raawwane ta’u
|
| -
Haalli wal qunnamtii waajjira ol’aanaa (bilibila, faaskii fi poosta) foyya’aan jiraachuu
| -
Hir’inni meeshaalee walquunamtii godinaa fi aanaa irratti bal’inaan jiraachuu.
|
|