Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə37/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   33   34   35   36   37   38   39   40   ...   156
Kennaa Tajaajilaa

  • Kenna tajaajilaa

  • Humna namaa jiruun tajaajila kennuudhaaf yaaliin jiraachuu

  • Hojjetaa baay'een tajaajila quubsaa laachuu kan isa dandeessisu Ogummaa(skill) kan hin qabne ta'uu

  • Akkaataa istaandaardii fi hojimaata JBAH qorratameen humni nama bakka hundaatti kan hin guutamee ta’uu saa

  • Itti quufinsa tajaajilamtoota

  • Dhiheessi daandii baay’inaan waggaa waggaadhaan dabalaa dhufuu

  • Fedhii tajaajilamtootaa guutuuf sochiin godhamuu jajjabeessaa ta’u

  • Uwwisni fi qulqullinni tajaajila bu’uura misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii guddachaa dhufullee fedhii hawaasaa sadarkaa gandaa fi aanaatti argamu waliin kan walhinsimne ta’úusaa




  • Tajaajila si’aayinaa fi saffina




  • Maamilaaf tajaajilaa saffisaa laachuuf jalqabiin jiraachuu issaa

  • Hojiin qorannoo fedhii maamilaa bu’uura godhatee fi ulaagaa kenna tajaajilaa fooyyeesuu geggeeffamuu dhabuu isaa




  • Komii dhiyaateef yeroon deebii kennuun jalqabuusaa

  • Akkaataa istaandaardii JBAH Ka’ameen tajaajilaa kessummeessaa kennuu dadhabuu

  • JBAH akka meeshaa oogansaatti fudhachuudhaan ittiin ooganamuu dhabuu

  • Fooyya’iinsaaf Kalaquu.(innovations for improvement)







  • Kenna tajaajila fooyyessuuf haalli mijaa’an kalaquuf kakaasu jiraachuu dhabuu fi kan jirutti fayyadamuu dhabuu

  • Qo’annoo fi qorannoo irraatti hundaa’uudhaan si’aayinaa fi saffina kenna tajaajilaa foyyeessuuf yaaliin kan hin jirre ta'uu isaa





      1. X
        Sakattaa’iinsa
        iinxala Haalawwan Alaa (External Environmental Analysis)/Opportunities and Threats




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   33   34   35   36   37   38   39   40   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin