Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə38/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   156
Qabxiilee Xiinxalaa

Carraa (opportunities)

Sodaa(Threats)

  1. Siyaasaa/seera

Al-waalta’iinsa (decenteralization)

  • Aangoon murteessummaa daandii misoomsuu, bulchuu fi kunuunsuu hanga sadarkaa gadiitti bu’e jiraachuu

  • Misooma daandii qulqullinaa fi sadarkaa barbaadame raawwatamu dhabuun lolaa fi roobaan tajaajila ala ta’u danda’a

Imaammata

  • Imaammata fi tarsiimoo hojii misooma hojjechiisuu danda’u jiraachuusa

  • Mootumman fedeeraalaa fi naannoo misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii walqunnamsiisuu irratti xiyyeeffannaa guddaan kennamuusaa

  • Imaammatni ifa ta’e jiraachuu dhabuu

Siyaasaa, seeraa fi nageenyaa


  • Haalli siyaasaa gaariin jiraachuun qooda-fudhattoota biyya keessaa fi alaa fedhii fi qindoominni isaanii dabalaa jiraachuu

  • Kutannoo siyaasaa dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf jiraachuu isaa

Walitti buhiinsii fi wal dhabdiin daangaa naanoolee irratti uumaamuu



Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin