|
IV. Haala Diinagdee (Economic Condition)
|
səhifə | 41/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| IV. Haala Diinagdee (Economic Condition)
|
|
|
|
| -
Buusii qabeenya uummatni misooma daandii irratti taasisan oomisha isaan gurgurataniif gabaan wal arguu dhabuu ni danda’a
-
Qalayina sharafa biyya alaa dabaluu
-
Humni bittaa maallaqaa dadhabaa waan ta’eef sochii daandii irratti dhiibbaa uumuun danda’a
-
Dhaabbileen liqii kennaan jiraachuu dhabuu
-
Ongeen deddebi’e mul’achuun misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii irratti dhiibbaan fiduu danda’a
-
Qaalaa’insa jireenyaa olka’uu fi tasgabbiin gabaa jiraachuu dhabuu
-
Hogeeyyi muuxannoo teekniikaa qaban argachuu dhabuu ,sababa gabaa bilisaa humna namaa jiruun dorgomuu dhabuu, kaffaltiin gadi aanaa ta’eef
| -
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|