Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə43/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   39   40   41   42   43   44   45   46   ...   156
Kallattiiwwan madaallii

Cimina(Strengths)

Dadhabina(Weakness)

Carraa(Opportunities)

Sodaa(Threats)

Maamila

  • Fedhii maamiltootaa fi tajaajilamtootaa guutuuf sochiin godhamuu jajjabeessaa ta’u



  • Karoorri qooda fudhattoota qixa barbaadameen hirmaachisuu dhabuu

  • Uwwisni, fedhii fi qulqullinni tajaajila misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii guddachaa dhufullee fedhii hawaasaa sadarkaa adda addatti argamu waliin kan walhinsimne ta’úusaa

  • Hojiin qorannoo fedhii maamilaa bu’uura goodhatee dhabamuu isaa

  • Daandii uummataa (baadiyyaa fi magaaloota) keessatti haala barbaadamuun babal’achuu dhabuu

  • Mootummaan daandii misoomsuuf xiyyeeffannoo kenna jiraachuu

  • Kutannoo siyaasaa dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf jiraachuu isaa.

  • Muuxannoon hawaasni daandii misoomsuu, kunuunsu, fi bulchuurrati jiru abdachiisa ta’u

  • Hirmaannaa fi deeggarsi uummataa fi qooda fudhattootaa gudachaa dhufuu

  • Aadaan uummanni eegumsaa fi kunuunsa daandii irraatti qabuu gadi aanaa ta’uu isaa




Faayinaasii

  • Sirna to’annoo faayinaasitiif kan ta’u kan akka IBEXtti fayyadamuu jalqabbiin jiraachuu.

  • Hawaasa sochoosuun maddii maallaqaa misooma daandiif maddisiisuu irratti jalqabbii gaariin jiraachuu

  • Hordoffii fi to’annoon baajata laafaa ta’u

  • Gabaasa argannoo buáa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa

  • Baasii fi bu’aan raawwii hojii walsimuu dhabuu

  • Bittaa fi caalbaasiin gaggeeffamu iftoomina, si’aayinaa fi qulqullina haala barbaaddameen kan hin qabaanne fi raawwiin isaas harkifataa ta’uu

  • Hanqinni baajata sadarkaa adda addaatti jiraachuu

  • Meeshaalee fi tajaalilli barbaachisaan haala gaatii salphaa ta’een argachuun jiraachuu

  • Dhaabbileen liqii kennaanii fi qaamni fandii suphaa daandii kennuu jiraachuu

  • Imaammatni dinagdee gabaa bilisaa jiraachuu



  • Buusiin qabeenyi uummatni misooma daandii irratti taasisuu oomisha isaan gurgurataniif gabaan wal arguu dhabuu

  • Qalayina sharafa biyya alaa dabaluu fi humni bittaa maallaqaa dadhabaa ta'u



Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   39   40   41   42   43   44   45   46   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin