Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə44/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   ...   156
Sakattaa’iinsa
Ongeen deddebi’e mul’achuu misooma daandii irratti dhiibbaan fiduu danda’a

  • Qoodinsi baajataa ragaa sirrii fi amanamaa ta’e irraatti hundaa’uu dhabuu




  • Adeemsa Hojii Keessaa

    • Ergamaa, mul’ata fi galma hojjachiisuu dandeesiisuu qabachuu,

    • Sirni hordooffi , gamaaggamaa fi gabaasa sadarka adda addatti diriiree jiraachuu

    • Sirreeffamaa, hojimaataaf JBAH jalqabbiin jiraachuu,

    • Tarsiimoo wal-ga’iinsa misooma daandii qabachuu,







    • Haanqinni hojjottoota angeesuu jiraachuu

    • Oggansi sadarkaa adda addaa irraa jiru komii dhiyatuuf yeroon deebii kennuu irrati hanqinni jiraachuu

    • Hanqinni karoora hirmaachisaa ta’e qopheessuu jiraachuu

    • Sirni hordoffii fi gamaaggamaa bifa itti fufinsa qabuun raawwachuu dhabuu

    • Oggansi yeroo yeroon jijjiramuun tasgabbinni ittifufinsa qabuu jiraachuu dhabuu

    • Ergamaa fi Mul’ata taa’e gidduugaleessaa godhatanii hubachuu fi itiin hojjachuurratti haanqinni jiraachuu

    • Galmaa fi kaayyoo haa jiraatu malee qaamni hogganuu fi raawwatu sirritti hubatee hojii irraa olchuurratti haanqinni jiraachuu

    • Karoorri tarsiimoo misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii waggaa shanii jiratuullee sanada kanaan hogganamanii hojii raawwachuu dhabuu

    • Qophiin karoora fi raawwiin hojii tarsiimoo baheen walsimuu irratti hanqina qabaachuu

    • Karoorri qooda fudhattoota qixa barbaadameen hirmaachisuu dhabuu

    • Karooraaf kan fayyadu danda’u ragaan amansiisaa ta’ee fi gabaasni raawwii qabatamaa dhabamuu.

    • Hordoffii fi gamaaggama itti fufiinsa fi qindoomina kan hin qabne ta’uu isaa

    • Sirni Hordoffii fi gamaaggamaa waajjira ol’aanaa, Godinaalee fi Aanalee sadarkaa hundatti hirmaachisu jiraachuu dhabuu

    • Gabaasni qulqullina fi ifaa kan hin tannee, akkasumas raga guutuu fi duubii deebii (feed back) kennuu dhabuu

    • JBHA haala barbaadameen hojirraa olchuu irrattihaaqinni jiraachuu

    • Haalli hojii mijaawaa ta’e sadarkaa Godinaa fi aanaatti kan hin jirre ta’uu

    • Raamaddiin hojjattoota qajeelfamoota irratti kan hin hindoofne ta’uusaa

    • Hanqinni qindeessaa fi fuunansa ragaa human namaa jiraachuu

    • Hanqinni qulqullinaa hojii ijaarsaa fi suphaa daandii jiraachuu

    • Istaandaardii JBAH ka’ameen tajaajilaa kennuu dhabuu

    • Karoorrii guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii akka biyyaatti jiraachuun isaa misooma ariifachiisaa fi itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf carraa uumuu isaa

    • Waliin gahiinsa daandii babal’isuuf humni nama misoomaa irratti hirmaachuu danda’u jiraachuu

    • Misoomaa fi kunuunsa daandii irratti kan boba’aan Waldaalee IMX’n gurama’aan jiraachuu

    • Sagantaa Waliin Gahiinsa Daandii Baadiyyaa /URRP jiraachuu

    • H

    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
    1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin