Ijaarsa Dandeetti
| -
Sirni teknoolojii hammayyatti fayyadamuu fi qabiinsi ragaa jalqabbiin jiraachuu
-
Kutannoo fi kaka’umsaa hojiif xiyyeeffannaan hanga tokko jiraachuu
-
Humni namaa ogummaa fi dandeettii qabu sadarkaa waajjira ol’aanaatti fooyya’aa ta’uu isaa
-
Haalliteeknooloojjii wal qunnamtii waajjira ol’aanaa (bilibila, faaskii fi poosta) foyya’aan jiraachuu
-
Sochiin leenjii dandeettii humna raawachisummaa misooma humna namaa irraati jiru jalqabbiin jiraachuu
| -
Aadaan hojii kabajuu fi ilaalcha tajaajilummaa giddugaleessaa godhachuu sadarkaa barbaadameera gahuu dhabuu
-
Hanqinni dandeetti jiraachuu
-
Miira waliin hojjachuu(team spirit) dhabuu
-
Dandeetti huma namaa hojii irratti cimsuuf kan dandeesiisuuu karooraan qindaa’e dhabuu
-
Misooma humna nama cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu
-
Rincicni(resistance) hojii jiraachuu
-
Sirni madaallii fi badhaasa raawwii hojii mana hojii, garee fi hojjettootaa jiraachuu dhabuu.
-
Itti fayyadama teeknooloojii guddisuu dadhabuu
-
Hojjattoota oggummaa fi dandeettii qabaan simachuu fi hojiirra tursiisuu dadhabuu
-
Ramaddiin ogummaan wal hinsimne gaggeessuun jiraachuu
-
Kenna tajaajila fooyyessuuf haalli mijaa’an kalaquuf kakaasu jiraachuu dhabuu fi kan jirutti fayyadamuu dhabuu
-
Qo’annoo fi qorannoo irraatti hundaa’uudhaan si’aayinaa fi saffina kenna tajaajilaa foyyeessuuf yaaliin godhamu hanga barbaaddameen hojjatamuu dhabuu.
|
-
Teeknoloojiiwwa hammayyaa fi bu’aa-qabeessa ta’an gabarraa jiraachuu
-
Meeshaalee fi tajaalila barbaachisaan carraa gabaa bilisaan jiraachuu
-
Yunivasiitiiwwanii fi wiirtuuleen leenjii (BLTO, Leenjii qote bultoota FTC fi kan biroo ) jiraachuu
|
|