Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə46/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   42   43   44   45   46   47   48   49   ...   156
Sakatta’iinsa



  • Teekinooloojii haaraa fudhatee hojirra oolchuurratti rincicni jiraachuu

  • Itti fayyadama teeknoolojjii caalma humna nama fedhiin jiru laafaa ta’u

  • Seekteerichi daataa beezii gurmeessurratti sodaan jiraachuu

  • Fedhii fi dhiyyeessa teeknoolojii humna dandeettii bittaa hawaasaa jidduutti garaagaruummaan jirachuu isaa

  • Akka barbaadameetti oggeessaa itti fayyadamaa dandeetti teeknoloojjii haaraa dhabuurratti

  • Dandeettiin kalaquu (innovation) sadarkaa barbaadameen guddachuu dhabuu

  • HIV/AIDS qabeenya guddaa abbaa taayitichaa kan ta’e humna namaa miidhuu danda’a.



  • D
    Sakatta’iinsa
    himmoota ijoo qophii tarsimootiif ka’umsa ta’an (Pains and Enablers)


    Bu’aa xiinxala keessaa fi alaa taasifamee irraa cimina, dadhabina, carraa gaarii fi sodaawwan walitti dhufanii bahan wal madaalsisuu fi wal bira qabanii ilaaluudhaan filannoo tarsiimoo’aa murteessuuf akka gargaaru haala xiinxala sababa qabeessaa fi amansiisaa ta’een yaaduun hojii irra oolchuun ni danda’ama. Xiinxala ATDO sadarkaa adda addaa ilaalchisee kallattii qabxiiwwan haala keessaa fi alaa ilaalchisee akka ciminaa, hanqinaa, carraa fi sodaatti wanti hedduun akka ka’e ni amanama.

    Haa ta’u malee, ciminni fi caarraan gaariin mana hojii keenyaa hundi waliqixa milkaa’ina mana hojichaaf gumaacha hin qaban. Haaluma walfakkaatuun hanqinni fi sodaan xiinxala mana hojiichaa keessatti mul’atan wal-qixa dhiibbaa hin geessisan. Kanaafuu, ciminni mana hojii keessaa fi carraa gaariin alaa qabnu muraasni irra caalaa milkaa’ina hojii keenyaaf gumaachu haala mijaa’aa(Enabler) jedhama. Akkasumas hanqinni fi sodaan gurguddoon haala mana hojichaa keessaa fi alaa akka waliigalaatti hudhaalee/gufachiisoo(Pains) mana hojichaa ta’uun bifa cuunfameen akka armaan gadiitti taa’uu malu.




    Sakatta’iinsa

          1. Dhimmoota ijoo dadhabbinaa fi sodaa irraa maddan fi tarkaanfii fudhatamuu qaban (pains)





    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   42   43   44   45   46   47   48   49   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin