Lakk.
|
Dhimmoonni Gufuu ta’an (Pains)
|
Tarkaniifwaan fudhatamu qabaan
|
1
|
Hirmaannaa ummataa fi qoodaa fudhattootaa misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii irratti sadarkaa barbaadamuun guddachuu dhabuu
| -
Sirna hirmaannaa uummataa fi qooda fudhattootaa diriirsuun hojii irra oolchuu
-
Hojiiwwan misoomaa daandii ijaaru, kunuunsuu fi abbuumman bulchuu ilaalchisee karoorsuu irraa jalqabee hanga raawwii fi gamaaggamaatti bal’inaan hirmaachisuu
-
Kunuunsa daandii hirmaannaa uummataatiin mirkanaa’uu danda’u cimsuu
-
Hojii misooma daandii uummata hirmaachisuu fi kallattiidhaan irraa fayyadamaa taasisu cimsuu fi babal’isuu
-
Uummatni naannichaa hojiiwwan misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii keessatti miira abbummaa horatee hirmaachuu akka danda’u hojiiwwan hubannooo cimsan irratti hojjachuu
|
2
|
Uummanni mirgaa fi seera daandii eeguu fi aadaan kunuunsa daandii irraatti qabuu gadi aanaa ta’uu
| -
Uummanni mirgaa fi dirqama isaa beeke kunuunsaa fi mirga daandii kabaachisuurratti hubannoo guddisuu
-
Daandii abbuummaan kunuunsuu fi bulchuun gahee isaa akka bahu qaama dhimmii ilaalu waliin hojjechuu
|
3
|
To’annoo fi haqinni baajata jiraachuu
| -
Hordoffii fi to’annoo baajatatiif xiyyeeffannoo kennuudhaan irratti hajjachuu
-
Fandii argamu dugugudhaan haala itti fayyadamu danda’amuu fi haaraa argamuu danada’uurratti ciminaan hojjachuu
|
4
|
Baasii fi bu’aan raawwii hojii walsimuu dhabuu
| -
Raawwii gabaasa odiitii irratti hundaa'uudhaan sirreeffama hojii taasisaa deemuu
-
Hordoffii hojii fiizikaalaa irratti hundaa’uun kaffaltii raawwachuu
-
Raawwii karoora baasii fi baajataa walsimsiisuuf hordoffii yeroo yeroon taasisuu
|
5
|
Kenna tajaajilaa haala JBAH tiin guutamuu dhabuu fi qulqullinni gadi aanaa ta’uu
| -
Haala raawwii JBAH irratti hubannoo uumuun hojjattoota angeesuu
-
Hojii idilee yeroo istaandaardii JBAH keessaa taa'een raawwachuu
-
Muuxannoo gaggaarii walii dabarsuun haala danda’amurratti hojjachuu
-
Hojii garee (team spirit) uumuun hojjachuu
|
6
|
Hordoffii, gamaaggamaa fi gabaasni hojii haala qindoominaa fi itti fufiinsa qabuun raawwachuu dhabuu
| -
Sirna hordoffii, gamaaggamaa fi gabaasa hojii diriirsuu fi cimsuun haala danda’amuu irratti ciminaan hojjachuu
-
Gabaasni duub-deebii qaamoolee raawwatanii fi raawwachisaan irraa yeroo yerootti fudhachuudhaan gabaasa raawwii hojii qulqullina qabuu qindeessuun dhiyeessuu
|
7
|
Misoomaa fi bulchiinsi qabeenya daandii qulqullinaa fi sadarkaa barbadameen walliin gahuu dhabuu
| -
Hojiilee misooma daandii qophii dizaayinii irraa kaasee hanga ijaarsaatti jiru qindoominaan hojjachuu
-
Uwwisni daandii guddisuu fi sadarkaa isaa eeggatee akka raawwatu gochuu
-
Ijaarsa misooma daandii hirmaannaa uummataa fi Abbaa Taayitiichaatiin raawwataman guddina hawaas-diinagdee akka mirkaneessan gochuu
-
M
|