|
|
səhifə | 48/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Sakatta’iinsa
isooma ijaaraamee hojiif oole hawaasni miira abbummaa qabaatee akka eeguu fi kunuunsu hubannoo uumuu
Fedhii fi dhiheessa tajaajila daandii akka walsimuuf ciminaan hojjachuu
Muuxannoowwan gaggarii addaan baasuun akka babal’atu gochuu
Hubannoo abbootii qabeenyaa guddisuu fi jajjabeessuun hirmaannaa isaanii misoomaa fi suphaa daandii keessatti qaban cimsuu
Abbootii qabeenyaa misooma daandii keessatti qooda fudhatan tajaajila qulqullinaa fi sadarkaa isaa eeggate akka kennan gama mootummaatiin hordoffii fi deeggarsa barbaachisaa kennuu
8
|
Qindoomni hojii sekteerotaa fi qoodafudhattootaa waajjiriichaa waliin laafaa ta’u
| -
Hojii to’annoo daandii cimsuuf wal-ta’iinsa qaamota raawwatanii guddisuu
-
Abbootii qabeenyaa fi hawaasaa seerota daandii kabaachisuu keessatti hirmaanaa isaanii akka cimsan qindoominaan waliin hojjachuu
|
9
|
Dhimmoota adeemsaalee hunda ilaallatu(cross cutting issues) qindoominaan rawwachuu fi haala barbadamuun bu’aa fiduu dhabuu
| -
Imaammattoota , sagantaalee, seerotaa fi qajeelfamoota dhimma dubartootaa, dargaggootaa fi daa’immanii ilaalchisee bahan Abbaa Taayitiicha keessatti sadarkaa hundarratti itti fufiinsaan hojiirra oolchuu
-
Misoomaa fi suphaa daandiilee keessatti dubartootaa fi dargaggoota hirmaachisuun fayyadamtoota taasisuu
-
Caasalee Abbaa Taayitiichaa, koreewwan adda addaa, gurmaa'ina hawaasaa fi gumiiwwan adda addatti fayyadamuudhaan dimmaa HIV/AIDS irratti xiyyeeffannoon hojjachuu
-
Dhimmoota koriniyaa ilaallatan hundaa waajjiriichaa keessatti idileessuu
|
10
|
Dandeettii raawwachisummaa hooggansaa fi raawwattootaa misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii sadarkaa adda addaatti argamaan gadii aanaa ta’uu isaa
|
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|