|
|
səhifə | 49/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| A. Hanqina Dandeettii
-
Sirna siviil sarvisii bahu irratti hundaa'uudhaan dandeettii raawwachiisummaa hoggansa ol'aanaa fi raawwattoota akka cimuuf hojjechuu
-
Raawwattootaa raawwii hojii fi bu’aa qofaan madaaluu
-
Barnootaa fi leenjii irratti xiyyeeffachuun dandeettii raawwachiisummaa hoggansaa fi raawwataa cimsuu.
B. Ilaalcha
-
Hoggantootaa fi raawwattoota sadarkaa sadarkaan jiran kaka’umsaa fi si’oominaan hojjachuu dandeessisu akka horatu gochuu
-
Hoggantoonii fi hojjatooni ilaalcha miira tajaajiltumaa qabaachuun uumata tajaajila fedhii hawaasaa irratti hundaa’e kennuu akka dand’an taassisuu
-
Hoggantoonii fi hojjatoon sadarkaa sadarkaan jiran qophaa’ina jijjiramaa horachuun galma ga’iinsa tarsiimichaattiif akka gumaachaan irratti hojjechuu.
-
Sirna TCHN fi hirmaannaa uummata cimsuu dandeessisuu diriirsuu
C. Dhiyeessii
-
Hojjattootni sadarakaa sadarkaan jiran dandeettii itti fayyadama TQOn akka cimsatan taasisuu
-
Hojimaataa fi gurmaaínsaa siviil sarvisii saffisiisuu danda’u rakkoowwan dhiyeessaa ijoo ta’an hiikuun seera , dambiilee fi qajeelfamoota ba’an hojiirra oolchuu
-
Sirna hordoffii fi gamaaggamaa bu’a qabeessa taé diriirsuun hojiirra oolchuu
-
Muuxannoowwan gaggarii addaan baasuun akka babal’atu gochuu
D
Sakatta’iinsa
himmoota ijoo ciminaa fi carraa gaarii irraa maddaan fi tooftaa itti fayyadama isaanii (enablers)
Dostları ilə paylaş: |
|
|