Lakk.
|
Dhimmoonni ergama galmaan gahuu
|
Tooftaa itti fayyadama dandeessistootaa
|
1
|
JBAH hojii irraa oolchuun fedhii maamiltootaa fi tajaajilamtootaa saffinaa fi si’aayinaan guutuuf jalqabbiin jiru jajjabeessaa ta’u
| -
Tajaajilamaan/Maamilli mirgaa fi dirqama isaa akka beekuuf hojii hubannoo cimsuu itti fufiinsaan hojjachuu
-
Tajaajila qulqullina, saffisaa fi yeroo qusatu kennuuf jalqabbii jiru cimsuu
-
Tajaajila oddeeffannoo kennuu fi komii kessumeessuu caalmatti cimsuuf hajjachuu
-
JBAH hojiirra oolaa jiru irra deebiin fooyyeessuu fi sirreeeffama barbaachisu taasisuun caalmaatti bu’aa olaanaa akka galmeessu gochuu
-
Maloota jijjiiramaa kanneen JBAH’n waldeeggaran kan akka sirna madaallii bu’aa tarsiimoo (SMBKT) hojii irra oolchuu
-
Bu’aawwaan hanga ammaattii hojii irra oolmaa JBAH tiin argaman qindeessuun akka muuxannoo gaariitti itti fayyadamuu
-
Hojimaata guyyaa guyyaan madaalaa deemuu
|
2
|
Kutannoo siyaasaa, dimokiraasii fi bulchiinsa gaarii misoomaa fi suphaa daandii ittifufiinsa qabu mirkaneessu jiraachuu
| -
Sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo (SMBKT) meeshaa hoggansa ol’aanaa (strategic management tool) ta’ee karoora guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii waliin walsimee akka hojii irra oolu gochuu.
-
Muuxannoowwaan gaggaarii ijaarsaa fi suphaa hojii irra oolchuudhaan argaman babal’isuu
|
3
|
Yunivarsitiiwwanii fi dhaabbilee leenjii (BLTO, FTC fi kan biroo ) jiraachuu
| -
Ogummaa fi dandeettii jiru hojii qabatamaa ta’e wajjin walsimsiisuu
-
Sirna onnachiiftuu fi faayidaa adda addaa haala qabatama naannoo hojii waliin walsimu diriirsuun humna nama baratee harkisuu, tursiisuu
-
Humna nama barate kana fayyadamuun qorannoon hojii akka babal’atu haala mijeessuu
|
4
|
Walqunnamtiin teknooloojii ammmayyaa Abbaa Taayitiichaa keessatti babal’achaa dhufuu isaa
| -
Wal-qunnamtii teekinooloojii ammayyaa Abbaa Taayitiicha keessatti babala’achaa jiru itti fufsiisuu fi fooyyessuuf dandeetti raawwachisummaa cimsuu
-
Sirna qunnamtii teekinooloojii odeeffannoo jalqabamee jirutti fayyadamuu, qulqullinaa fi gurmaa’iina raga sadaarkaa isaa eeggatee akka babalatuu gochuu
-
Hojimaata teeknooloojii ammayyaatiin deeggaramuun ragaalee daandii geejjibaa ilaallatan funaanuu fi qindeessuu hojii irraa oolchuu
|
5
|
Muuxannoon hawaasni daandii misoomsuu, kunuunsu, fi bulchuurratti taasisaa jiru jajjabeessaa ta’u
| -
Jalqabbii hawaasichi misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daanddii irratti qabu irra caala cimsuudhaan gabbisaa deemuu
-
Muuxannoo gaggarii jiran bifa itti fufiinsa qabuu sakatta’uun hojii irra oolchuu fi haaraa galmeessuu
|
6
|
Waliin ga’iinsa daandii babal’isuuf humni namaa fi IMX’n misooma daandii irratti hirmaachuu danda’u jiraachuu
| |