Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə51/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   47   48   49   50   51   52   53   54   ...   156
Sakatta’iinsa
agantaa teeknoloojjii caalma humna namaa hojii irra oolchuu

  • Sagantaa waliin gahiinsa daandii baadiyyaa ummataa hirmaachisaa ta’e hojii iraa akka oolu gochu

  • Dargaaggootaa fi dubartoota IMXtiin gurmaa’an hirmaannaa misooma daandii fi geejjibaa irratti cimanii akka bobba’an irratti hojjachuu

  • 7

    Tarsiimoowwanii, ergamaa fi mul’ata ifa ta’anii fi hojjachiisuu danda’an jiraachuu

    • Tarsiimoo, ergama fi mul’ataa mana hojiiichaa irratti hubannoo uumuun misoomaa fi suphaa daandii keessatti qabu cimsuu

    • Hojimaatnii fi qajeelfamootni qophaa’an ergama, mul’ataa fi galmoota akka mana hojiichaatti lafa kaawwaman galmaan gahuu kan dandeessisan ta’uu qabu

    • Hooggansi sadarkaa sadarkaadhaan jiru mul’ataa fi ergama galmaan gahuurratti fakkeenya gaarii (role model) ta’uu qaba

    1. Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
    1   ...   47   48   49   50   51   52   53   54   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin