Finfinnee Waxabajjii, 2003


S Toora Xiyyeeffannoo adarkaa Lammaffaa/Step Two/



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə52/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   48   49   50   51   52   53   54   55   ...   156

S
Toora Xiyyeeffannoo
adarkaa Lammaffaa/Step Two/

  1. Toora Xiyyeeffannoo fi Bu’aa Tarsiimoo’aa(Strategic Themes & Results)

    1. Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimoo’waa (Strategic Focus Area)


Mul’ataa fi ergama taa’e, karaa bu’a qabeessa ta’een galmaan ga’uuf dhimmoota murteessaa ta’an addaan baasuun xiyyeeffannoo (focus) tti kennuun hojjechuun dhimma bakka bu’iinsa hinqabne dha. Toorri xiyyeffannoo tarsiimoo’aan utubaa milkaa’inaa (Pillar of Exellence) ti. Toora xiyyeeffannoo addaan baasuun raawwii isaatiifs sochii barbaachisaa ta’e gochuun dhimma murteessaadha. Naannoo yookiin mana hojii mootummaa tokko keessa rakkooleen furmaata barbaadanii fi carraaleen gaariin misoomaa fi guddinaaf gumaacha ol’aanaa taasisan hedduun jiraachuu ni danda’u. Haa ta’u malee haala kamiinuu taanaan dhiibbaan isaan milkaa’ina mul’ata tokkoo irratti qaban walqixa hin ta’u. Kanaafuu, kanneen rakkoolee ijoo ta’an addaan baasanii beekuudhaan ciminaan irratti hojjechuu ni barbaada. Yeroo utubaaleen milkaa’inaa kun guutummaan guutuutti hojii irra oolan rakkooleen ijoo/qulfii/ ta’an hiikkatanii ce’umsi siyaas-diinagdee /political economy transformation / mirkanaa’ee jiruuf jireenyi hawaasaa jijjiiramuu ni danda’a. Waluumaa galatti toora xiyyeffanno tarsiimoo’aa mana hojii dursanii murteessun kan barbachisuuf:-

  • Tarsiimoo mana hojii qopheessuun,hojirra olmaan isaa hojjetootaa fi qaama dhimmi ilaalu biratti hubannon akka uummamuuf,

  • Mul’ata mana hojii gara hojii qabatamaa guyya guyyaadhaan raawwatamutti jijjiruudhan raawwattota biratti hubanno gaha argatee hojiirra akka oolu gochuuf,

  • Fuula duratti hojiile qophii karoora bu’aarratti xiyyeffate (performance oriented plan)niif bu’uura kaa’dhaaf

Haaluma kanaan Abbaa Taayitaa Daandiiwwanii mul’ataa fi ergama isaa gama misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii itti fufiinsa qabuu fi abbummaadhaan mirkaneessuuf waggoottan shanan dhufan keessatti toorawwan xiyyeeffannoo armaan gaditti argaman irratti xiyyeeffachuun sochii humnoota misoomaa uumuun ni hojjetama. Isaanis:`


  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   48   49   50   51   52   53   54   55   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin