Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa Tarsiimoo’aa u’aa Tarsiimoo’aa (strategic result)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə56/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   52   53   54   55   56   57   58   59   ...   156

Bu’aa Tarsiimoo’aa
u’aa Tarsiimoo’aa (strategic result)


Toorrii xiiyyeeffannoo tarsiimo'aa hojii guddaa mana hojichaa fi karaa xiyyeeffannoo kan mul'isan utubaalee milkaa'ina mana hojichaa yammuu ta'an, mul'ataa fi ergamni mana hojichaa karaa ittiin dhugoomu kan agarsisanii dha. Bu'aalee tarsiimoo'a jechuun immoo manii hojii toora xiyyeeffannoo adda baafatee keewwate milkaa'ina bara tarsiimmo'a ida'ama bu'aalee baaayyee callaqisiifamanii yoo ta'u, manni hojii keenyaas toora xiyyeeffannoo tarsimo'aa lamaa fi bu'alee tarsiimoo'aa isaanii akka armaan gadiitti adda baafatee jira.

  • Misoomaa Daandii (Road Development)

Bu’aa Tarsiimo’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale

  • Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)

Bu’aa Tarsiimo’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne


  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   52   53   54   55   56   57   58   59   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin