Finfinnee Waxabajjii, 2003


S Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa adarkaa Sadaffaa/Step Three/



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə57/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   53   54   55   56   57   58   59   60   ...   156

S
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
adarkaa Sadaffaa/Step Three/

  1. Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa (Strategic Objectives)


Sirni Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) sadarkaalee ijaarsaa qabu keessaa tokko gulantaa sadaffaa irratti kan ilaalamu qophii fi ibsa kaayyoolee tarsiimo’aa ti. Kaayyoleen tarsiimo’aa toora xiyyeeffannoo filataman milkeessuuf kan qophaa’ani dha. Kaayyoleen yemmuu qophaa’an fi ibsaman toora xiyyeeffannoo filatamanii fi kallattii madaalliitiin walqabatnii akka walsiman taasifamee ta’uu qaba. Ibsa kaayyolee keessattis barbaachisummaa, daangaa, haalli ittin safaramuu fi bu’aalee tarsiimoo’aa kan agarsiisan akkasumas gochoota fooyya’insa itti fufiinsaa kan mul’isu ta’ee barreeffamu qaba.

Kaayyoleen tarsiimo’aa, tarsiimoon kan irratti ijaaramu burqaa sanyii (utubaa) (DNA) waan ta’aniif hojiiwwan bara karoorichaatti hojjetamaniif ka’umsa ta’u. Bu’aan yookiin milkaa’inni kaayyolee tarsiimo’aa guutumaa guutuutti kan ilaalamu xumura bara karoora tarsimichaatti yemmuu ta’u kaayyolee tarsiimo’aa kanneen bu’uura godhachuudhaan raawwiin kaayyolee waggaa ni qophaa’u. Keesumaayyuu kaayyoleen tarsiimoo’aa bu’aa boodaa (lagging) argisiisan kan ka’an bu’aa tarsiimoo’aa ykn toora tarsiimo’aa irraa milkaa’ina eeggaman irraa ni ta’a.



Yaada kana bu’ura godhachuudhaan kaayyoleen fi ibsi kaayyolee SMBKT (BSC) ATDO barbaachisummaa, daangaa, faayidaa, bu’aa fi milkaa’ina kaayyolee agarsiisu akka armaan gadiitti dhiyaate jira.


    1. Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   53   54   55   56   57   58   59   60   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin