Finfinnee Waxabajjii, 2003


K Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa aayyoolee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə58/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   54   55   56   57   58   59   60   61   ...   156

K
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
aayyoolee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa

  1. Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa Toora Xiyyeeffannoo Misoomaa Daandii (Road Development)



Kallattiiwwan Madaallii

Kaayyowwan Tarsimoo’aa(Strategic Objectives)

Uummata/Lammii (society/citizens)

  1. Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu

  2. Itti quufinsa Uummata/lammi dabaluu

  3. Itti fayyadamummaa Uummata/Lammii guddisuu

Faayinaansii(finance)

  1. Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu

  2. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Adeemsa hojii keessaa (internal Process)

  1. Qulqullinaa ijarsa daandii dabaluu

  2. Sadarkaa daandii ol’guddisuun fooyyessuu

  3. Haguuggii daandii dabaluu

  4. Dhiheessa tekinoloojii fi galteewwan misooma daandii guddisuu

  5. Qo’annoo fi qorannoo ijaarsa daandii babal’isuu

  6. Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu

  7. Hirmaannaa ummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

  8. Gahumsa dargaggoota fi dubartootaa foyyessuu

  9. Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu

  10. Hojimaata karooraa, hordoffii, deeggarsaa, gamaaggamaa fi duub-deebii fooyyeessuu

  11. Kenniinsa tajaajilaa fooyyesuu

Ijaarsa dandeettii

              1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu

              2. Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu

              3. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu


Bu’aa Tarsiimoo’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale
      1. K
        Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
        aayyoowwan Tarsiimoo’aa Toora Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Qabeenya Daandii(Road Asset Management)

Bu’aa Tarsiimoo’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne


Kallattiiwwan Madaallii (Perspectives)

Kaayyoowwan Tarsiimo’aa (Objectives)

Lammii/Maamila (Customer)

  1. Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu

  2. Itti-quufinsa Uummata/Lammii guddisuu

  3. Itti fayyadamummaa Uummata/Lammii guddisuu

Faayinaansii(finance)

  1. Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu

  2. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Adeemsa hojii keessaa

(Internal Process)



  1. Qulqullinaa suphaa daandii dabaluu

  2. Uwwisa suphaa daandii dabaluu

  3. Bulchiinsa qabeenya daandii fooyyessuu

  4. Dhiheessa tekinoloojii fi galteewwan suphaa daandii guddisuu

  5. Qo’annoo fi qorannoo suphaa daandii babal’isuu

  6. Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu

  7. Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

  8. Gahumsa dargaggootaa fi dubartootaa fooyyessuu

  9. Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu

  10. Hojimaata karoora, hordoffii, deeggarsaa, gamaaggamaa fi duub-deebii fooyyeessuu

  11. Kenniinsa tajaajilaa fooyyesuu

Ijaarsa dandeettii

  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu,

  2. Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu,

  3. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu,


    1. I
      Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
      bsa Kaayyolee Tarsiimo’aa (Strategic objectives commentary)


      1. Yüklə 4,87 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   54   55   56   57   58   59   60   61   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin