Finfinnee Waxabajjii, 2003


Misooma Daandii (Road Development)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə59/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   55   56   57   58   59   60   61   62   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa

Misooma Daandii (Road Development)


              1. Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu

Ibsa: Ergamaa fi itti gaafatamummaa mootummaan waajjirichatti kenne galmaan gahuuf uummata amanamummaa fi haqaan tajaajiluun amantaa uummatni amantaa waajjiricha irratti akkasumas mootummaa irratti guddisuun barbaachisaa ta’a. Galma gahinsa kaayyoo kanaaf amantaa uummatni nu irratti qabu madaalaa adeemuun waajjiricha keessatti hojii hojjetamu yereoo yeroon madaalaa adeemuun, fooyyessaa adeemuu fi amantaa uummataa guddisaa addeemuun barbaachisaa ta’a.

Haaluma kanaan waajjira keenya keessatti siivil sarvaantii ilaalcha uummatummaa qabu uumuun uummatni tajaajila saffisaa, qulqullina qabu fi loogii irraa bilisa ta’e haala itti fufinsa qabuu fi walirraa hin citneen akka argatu taasisuun misooma daandii gaggeeffamu irraa fayyadamaa akka ta’u taasisuu fi amantaa uummataa gabbisaa adeemuun hojii xiyyeefatamee hojjetamu ta’a. Kanaafuu hojiin waajjiricha keessatti raawwatamu hunda bu’aa fi itti fayyadamummaa uummatichaan wal bira qabamee madaalamaa adeemuun itti quufinsi fi amantaan isaa madaalamaa akka deemuu fi akka mirkanaa’u gochuun dhimma murteessaa dha.



Bu’aa: Uummata miira abbummaan Misooma daandii simate

Milkaa’ina: Amantaa uummataa dabale


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   55   56   57   58   59   60   61   62   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin