Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə61/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   57   58   59   60   61   62   63   64   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
abalataanis misooma daandii bifa wal qixa ta’een akka argatuuf haala qorannoo irratti hundaa’een rakkina uummataa hiikee sadarkaa hundaattii misoomaa daandii irratti akka hirmaataan taasisuu fi kanaanis itti quufinsa isaa dabaluun murteessaa dha.

Bu’aa: Itti quufiinsa Uummata dabale

Milkaa’ina: Abbummaa uummataa dabale

  1. Itti fayyadamumma Uummtaa guddisuu

Ibsa: Misooma daandii irraa uumanni itti fayyadamaaa akka ta’u gochuun dhimma barbaachisaa dha. Itti fayyadamummaa uummataa guddisuu yommuu jennu guddina misooma daandii hirmaannaa uummataatiin mirkanaa’u irraa uummanni sadarkaa sadarkaan fayyadamaa akka ta’u gochuu dha.

Haaluma kanaan, uummanni misooma daandii irraa fayyadamaa ta’uu isaa haala mirkaneessuu danda’u irratti xiyyeeffatame hojjatama. Walumaagalatti, uummanni bu’aa misoomiichaa argamu irraa karaa fedhii isaa deebisuu danda’uun fayyadamaa akka ta’u gochuu dha. Dabalataanis itti fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu keessatti sakatta’insi itti fayyadamummaa uummataa daandii misoomee irratti gaggeessuun sirreeffama barbaachisu irratti xiyyeeffannoon ni kennama.



Bu’aa: Uummata misooma daandii irraa fayyadamaa ta’e

Milkaa’ina: Jiruu fi jireenya ummataa fooyya’e.


  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   57   58   59   60   61   62   63   64   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin