Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Qisaasama qabeenyaa hir’ate Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə64/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   60   61   62   63   64   65   66   67   ...   156
Bu’aa: Qisaasama qabeenyaa hir’ate

Milkaa’ina: Bu’aa qabeessummaa qabeenyaa dabale

  1. Qulqullina ijarsa daandii dabaluu

I
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
bsa (Description):
Fedhi misooma daandii babalachaa jiru keesstti mootummaan ummataaf daandii baay’inaa fi qulqullinaan dhiheessuun fedhiin hawaasaa akka guutamu taasisuu qaba. Kaayyoo kana dhugoomsuuf, haala fedhii uummataa irratti hundaa’een ijaarsa daandii qulqullina qabu akka bakka hundatti babal’atu xiyyeeffannoon ni hojjetama. Akkasumas, qulqullina ijaarsa daandii egsiisuudhaaf karoora proojektootaa qindeessuun, hordofuu fi to’achuun ijaarsa daandii qulqullina isaa eeggatee tajaajila itti fufiinsa qabu uummataaf akka kennaan taasisuu dha.

Dabalatanis, pirojeektoota ijaarsa daandii keessatti qorannoo irraa kaasee hanga xumuraatti hordoffii fi gamaaggamaa yeroorratti hundaa’e cimsuudhaan hanqina qulqullina ijaarsa irratti mul’atu to’annoo wal irra hin cinne taasisuun gabaasaa fi duubii-deebii dhiheessuun hojjatamu qaba.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   60   61   62   63   64   65   66   67   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin