Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Baay’ina daandii sadarkaan fooyya’e Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə66/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   62   63   64   65   66   67   68   69   ...   156
Bu’aa: Baay’ina daandii sadarkaan fooyya’e

Milkaa’ina: Walitti dhufeenya hawwaasa dabale

  1. H
    Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
    aguuggii daandii dabaluu


Ibsa (Description): Ergamaa fi mul’ata ATDO galmaan gahuuf, waliin gahiinsa daandii fedhii fi gaaffi uummataa gidduu galeessa godhate irratti hundaa’uudhan babal’isuun barbaachisaa dha. Daandilee sadarkaa adda addaatti hojjetamuuf yaadaman duraan dursee ulaagaa qorannoo daandii dursa argachuu qabu adeemsisuun dhimma xiyyeeffannoo barbaadu ta’a. Haaluma kanaan, facaatii daandii waliin gahuuf qaamotni akka teeknooloojii caalmaa humna namaa, hirmaannaa uummataa, kontiraaktarootaa fi gorsitoota adda addaa itti fayyadamuu fi hirmaachisuudhaan waliingahinsa daandii bonaa gannaa Godinaalee, Aanaalee fi giddugaleessa gandootaa keessattii mirkaneessu dha. Akkasumas, muuxannoowwan gaggaarii ijaarsa daandii irratti jiran babal’isuudhaan kanneen haaraas addaan baasuu fi galmeessuun barumsa gara fuula duraaf qindeessuun SWDB galmaan gahuuf ni hojjatamaa.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   62   63   64   65   66   67   68   69   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin