|
|
səhifə | 68/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu səhifədəki naviqasiya:
- Bu’aa
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
o’annoo fi qorannoo ijaarsa daandii babal’isuu
Ibsaa: Qo’annoo fi qorannoo bu’a qabeessaa ta’aniin fayyadamuun misoomni daandii ariifataan naannichaa keessatti akka dhufu taasisuun murteessaa dha.
Qorannoo fi qo’annoo itti fufiinsa qabu gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an babal’isuun, haala qabatama misoomaa daandii kennamu bu’uura godhachuudhan, teeknooloojii guddina misoomaa daandii ariifataa fiduu danda’u keessatti ga’ee ol’aanaa taphatu hojii irra oolchuun xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a.
Bu’aa: Baay’ina qo’annoo fi qorannoo hojii irra oole
Milkaa’ina: Rakkoo daandii hiikkate
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|