Finfinnee Waxabajjii, 2003


Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə69/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   65   66   67   68   69   70   71   72   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu

Ibsa(Description): Misooma daandii babal’achaa jiru keessatti muuxannoowwan bakka tokko tokkotti bifa fakkenyummaatiin hanga ammaatti argamanii fi gara fuula duraattis argamuu danda’an qindeessuu fi fooyyessuudhaan bakka hunda si’a tokkoon haala waliin gahuun danda’amu, yeroo gabaabaa keessatti babal’isuu fi bu’aa gaarii argisiisuu itti danda’amu irratti hojjechuun barbaachisaa dha.

Kaayyoo kana galmaan gahuuf gama misooma daandiitiin Sagantaa waliin Gahinsa Daandii Baadiyyaa (SWGDB) tiin Aanoolee Naannichaa fi bakka biraatti argaman keessatti muuxannoowwan gaggaarii ijaarsaa fi suphaa daandii irratti argaman kan biyya keessaa fi alaa sakatta’uudhaan fakkeenyummaa gaarii fi bu’aa-qabeessummaa qaban babal’isuun haala itti hojii irra ooluu danda’u mijeessuu dha.

Kana malees, duudhaalee hawaasni misooma daandii irrattti qabu gabbisaa adeemuun haala qindaa’een faayidaa dabalataa argamsiisuu danda’u irratti ciminaan hojjechuun barbaachisaa ta’a.

Bu’aa: Muuxannoowwan gaggaarii misoomaa daandii adda bahanii qindaa’an

Milkaa’ina: Muuxannoowwan gaggaarii misoomaa daandii bal’atan


  1. H


    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   65   66   67   68   69   70   71   72   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin