Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə76/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   72   73   74   75   76   77   78   79   ...   156
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
hiyeessii fi Itti fayyadama teeknoloojii oddeffannoo guddisuu


Ibsa (Description): Teeknooloojii adda addaa bu’aa qabeessa ta’an fayyadamuun hojii ijaarsaa daandii fooyyeessu, sadarka mana abbaa taayitichaa keessattii ITtiin qabinsa ragaa hammayyaa hundeessuudhaan odeeffannoo fi walqunnamti sirrii fi saffisaa babal’isuun itti fayyadama IT dabaluun hojii saffisiisuu fi beekumsa hubannoo teekinooloojii fooyyessuun barbaachiisaa ta’a. Kana malees, teeknooloojii jiranii fi dabalataan barbaachisan addaan baasuun beekumsaa fi gahumsa fayyadama teeknooloojii guddisuun akkaataa bu’a qabeessa ta’een kan hojirra oolu ta’a.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   72   73   74   75   76   77   78   79   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin