Finfinnee Waxabajjii, 2003


Itti-quufinsa maammiltoota guddisuu



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə79/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   75   76   77   78   79   80   81   82   ...   156
Itti-quufinsa maammiltoota guddisuu

Ibsa: Uummanni tajaajila isaaf kennamu irratti gammachuu akka horatu taasisuudhaaf hirmaannaa sochiilee gama tajaajila suphaa daandii keessatti shoora ol’aanaa akka taphatu gochuun barbaachisaa dha. Kun immoo kan milkaa’uu danda’u, kenna tajaajilaa fedhii uummata giddu galeessa kan godhate ta’uu isaa manni hojiichaa beekee tajaajilaa fooyya’aa, qulquliina qabuu fi bu’aa bahii malee dhiyeenyaa fi bakka tokkotti akka argatu taasisuuf sirna diriire bu’a qabeessummaan hojii irra ooluu isaa hordofuu fi gamaaggamuun irratti hojjachuudhaan ta’a. Dabalataanis, qixa sirrii ta’een waldoolee IMX fi abbooti qabeenya, akkasumas uummata suphaa fi kunuunsa daandii mirkaneessu keessatti haala mijeessuu fi deggarsa barbaarchiisa taasisuun fayyadamtoota ta’uudhaan hirmaannaa isaanii cimsuu fi kanaanis itti qufinsa isaa dabaluun murteessaa dha.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   75   76   77   78   79   80   81   82   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin