Finfinnee Waxabajjii, 2003


B Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə80/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   76   77   78   79   80   81   82   83   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
B
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
u’aa:
Itti quufinsa uummataa dabale

Milkaa’ina: Amantaa uummataa dabale

Ibsa: Tajaajila daandii irraa uumanni fayyadamaa akka ta’u gochuun dhimma murteesaa dha. Itti fayyadamummaa uummataa guddisuu yommuu jennu tajaajila suphaa daandii mijaa’ee haalaa fi yeroo barbaadameetti oomishaa isaa gabaatti baafate sadarkaa sadarkaan fayydamaa akka ta’u gochuu dha. Haaluma kanaan, uummanni tajaajila daandii irraa fayyadamaa ta’uu isaa haala mirkaneessuu danda’u irratti xiyyeeffatame hojjatama. Walumaagalatti, uumaanni bu’aa argamu irraa karaa fedhii isaa deebisuu danda’uun fayyadamaa akka ta’u gochuu dha. Dabalataanis itti fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu keessatti sakatta’insi itti fayyadamummaa uummataa tajaajila daandii irratti gaggeessuun sirreeffama barbaachisu irratti xiyyeeffannoon ni kennama.

Bu’aa: Uummata tajaajila daandii irraa fayyadamaa ta’e

Milkaa’ina: Sochii uummataa fooyya’e.
1   ...   76   77   78   79   80   81   82   83   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin