Finfinnee Waxabajjii, 2003


B Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə82/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   78   79   80   81   82   83   84   85   ...   156
B
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
u’aa:
Baajata hojii karoorafameef oole

Milkaai’ina: Bu’aa qabeessummaa baajataa dable

              1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Ibsa: Qabeenyii raawwii mana hojii tokkoo keessatti barbaachisaa kan ta’e dha. Qabeenya baajetata mootummaan ramaduun bitaman faayidaa qixa sirrii ta’een sochii misoomaa geejjibaatiif oolchuun murteessaa dha. Qabeenyyaa dhaabbataa fi dhumaataa mana hojii keenyaaf ramadaman tajaajila hojii barbaadameef qofaaf akka ooluu gochuun dhimma murteessaa dha. Gama biraatiin, bittaa qabeenyaa irraa jalqabee itti fayyadamaa, kunuunsaa fi eegumsaa karaa itti gaafatamummaa qabaatee fi foyya’aa ta’e irratti hoggansi, raawwataa fi qaaamni ilaallatu hundi hubannoo gahaa argatee, miira abbummaa horatee meeshaa uummataa fi mootummaa dhaabbataas ta’e dhumaataa hojii barbaadame qofaaf akka itti fayyadamu taasisuun hojii xiyyeeffannoo argachuu qabudha.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   78   79   80   81   82   83   84   85   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin