|
Bu’aa: Uwwisa suphaa dabale
Milkaa’ina
|
səhifə | 85/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu’aa: Uwwisa suphaa dabale
Milkaa’ina: Guddina hawaas-dinagdee dabale
Ibsa (Description): Mul’ata, ergamaa fi kaayyoo tarsimo’aa Abbaa Taayitiichaa galmaan gahuun kan danda’amu qaamoota bulchiinsa daandii keessatti qooda qaban haala qindoomina qabuun hubannoo isaanii cimsuun dhimmaa murteessaa dha. Haaluma kanaan, daandii ATDO fi hirmaannaa uummataan ijaaramee jiru irratti bulchiinsa qabeenya daandii akka cimuu ni taasifama. Akkasumas, daandiiwwan jiraan kunuunsuudhaan tajaajila itti fufinsa akka qabaatu taasisuuf lakkaa’umsa daandii (road inventory), qorannoo neet workii nageenyaa fi sochii tiraafikaa (net work traffic survey) mirga daangaa daandii (right way) taasisuudhaan bulchiinsa suphaa fi qabeenya daandii diriirsuun fooyyessuu barbaachisaa ta’a.
Dostları ilə paylaş: |
|
|