Finfinnee Waxabajjii, 2003


B Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə86/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   82   83   84   85   86   87   88   89   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
B
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
u’aa:
Bulchiinsa daandii dabale

Milkaa’ina: Guddina hawaas-dinagdee dabale

Ibsa: Tekinoloojiiwwan ammayyaa bu’a-qabeessa ta’aniif galteewwan suphaa daandii keessatti bu’uura ta’an dhiyeessuun tajaajila suphaa daandii irraa uummanni haala fedhii isaatiin fayyadamaa akka ta’u gochuun barbaachisaa dha.

Tekinoloojii haaraa madaqsuu fi babal’isuudhaan uummata biraan ga’uu, qaamolee daandii suphanii fi tekinooloojii dhiheessan waliin ta’uun suphaa daandii babal’isuu irratti xiyyeeffatamee ni hojjetama.

Dabalataanis, hojiilee muuxannoo gaggaarii babal’isuun hawaasni tekinooloojiiwwan bu’a-qabeessummaan isaanii mirkanaahee fi gatii gad aanaa ta’an argatee akka itti fayyadamu gochuudha. Galteewwan suphaa daandiif ta’an qorachuun dhiyeessuu irratti xiyyeeffatamee kan hojjetamu ta’a.

Bu’aa: Dhiyeessa tekinooloojii fi galteewwan suphaa daandii dabale.

Milkaa’ina: Tajaajila daandii babal’ate


              1. Qo’annoo fi qorannoo babal’isuu

Ibsaa: Qo’annoo fi qorannoo bu’a qabeessaa ta’aniin fayyadamuun tajaajila daandii ariifataan naannichaa keessatti akka dhufu taasisuun murteessaa dha.

Qorannoo fi qo’annoo itti fufiinsa qabu gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an babal’isuun, haala qabatama tajaajila daandii kennamu bu’uura godhachuudhan, teeknooloojii guddina uwwisa suphaa daandii ariifataa fiduu danda’u keessatti ga’ee ol’aanaa taphatu hojii irra oolchuun xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   82   83   84   85   86   87   88   89   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin