Finfinnee Waxabajjii, 2003


B Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə87/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   83   84   85   86   87   88   89   90   ...   156
B
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
u’aa:
Baay’ina qo’annoo fi qorannoo hojii irra oole

Milkaa’ina: Rakkoo daandii hiikkate

              1. Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu

Ibsa(Description): Uwwisa tajaajila suphaa daandii babal’achaa jiru keessatti muuxannoowwan bakka tokko tokkotti bifa fakkenyummaatiin hanga ammaatti argamanii fi gara fuula duraattis argamuu danda’an qindeessuu fi fooyyessuudhaan bakka hunda si’a tokkoon haala waliin gahuun danda’amu, yeroo gabaabaa keessatti babal’isuu fi bu’aa gaarii argisiisuu itti danda’amu irratti hojjechuun barbaachisaa dha.

Kaayyoo kana galmaan gahuuf, gama tajaajila suphaa daandii babal’isuu mirkaneessuu keessatti muuxannoowwan biyya keessaa fi alaa sakatta’uudhaan babal’isuun barbaachisaa ta’a.

Kana malees, duudhaalee hawaasni kunuunsa daandii irrattti qabu gabbisaa adeemuun haala qindaa’een faayidaa dabalataa argamsiisuu danda’u irratti ciminaan hojjechuun barbaachisaa ta’a.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   83   84   85   86   87   88   89   90   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin